Halimaa Arsii Bahhaa

Halimaa Arsii Bahhaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Halimaa Arsii Bahhaa, Health/Beauty, Sabottuu, Dubai.

06/06/2024
18/10/2022

" Biyyaaf Malee
Biyyoof Hin Qabsoofne "
Jecha Sheikh Aadam Tuulaa.

Yaa Tuulaa beekumsaa RABBIIN Jannata keessa isin haa kaayatu.

12/10/2022

Miciyyoon tuni Harka hin qabdu miilaan barattee kutaa 12ffaa qormaatarra jirti
Eeeyye harka bu’aa hin qabnerra miilli miciyyoo tanaa bu’a qabeessa yoo jenne dhara hin ta’u
Harkis miillis, sammuunis, fayyaanis,,,,,, martuu amaanaa Rabbii nubira kaayyatee,, gaafa fedhe fudhatu akka ta’e meeqan keenyatu yaadata laata?
Harki waa hatu, harki miidhaa dhala namaa irratti gaggeessu, harkii hamtuu male toltuu hojjachuun biraa fagaate miciyyoo tana ha ilaallatuun dhaamsa kiyya.
Barattoota 12ffaa Qormaatarra jirtan hunda keessaniifuu milkii gaariin isiniif hawwa
Miciyyoo miilaan qormaata hojjachaa jirtu tana maala qaba yoo teessumallee mijeessaniif?
Yaa miciyyo,,,, Rabbiin harka sirraa fudhate humna siif hata’u Rabbiin kooluu isaa jala sihaa qabu amiin

01/02/2022
15/11/2020

Sheikh Anwar Personal blog

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Dubai?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Sabottuu
Dubai