Seido husein WD
step by step eggs can go by leg!
05/01/2026
KARRA-HAYYUU!👌🏻🥰
05/01/2026
Haalli Du’a Modeela Qananii Addunyaa Irra Deebiin Xiyyeeffannoo Argate
​Haalli du’a modeela beekamtuu Qanannee Addunyaa miidiyaa hawaasummaa fi maatii ishee biratti irra deebiin akka qoratamu gaaffiin dhiyaachaa jira.
​Murtii kanaan dura "of ajjeeste" jedhu maatiin ishee fudhatama dhabsiisuun, qorannoon walabaa fi gad fageenya qabu akka gaggeeffamu gaafachaa jiru.
​Keessattuu Tiiktookii fi Feesbuukii irratti viidiyoowwan iccitii du’a ishee xiinxalan babal’achuun isaanii xiyyeeffannoo uummataa hawwateera.
​Dhimmichi miidhaa dubartootaa fi ragaa haqaa dhabuu ilaalchisee marii bal’aa kaaseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
05/01/2026
05/01/2026
GORSA GABAABAA
▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Hin yaadin akka malee!
2. Hin aarin obsi malee!
3. Hin abaarin gorsi malee!
4. Hin boo'in kolfi malee!
5. Hin jarjarin hubadhu malee!
6. Hin jaallatin qorattu malee!
7. Hin amanin jaaladhu malee!
8. Hin jibbin sababa malee!
9. Hin barreessin beektu malee!
10. Hin odeessin argitu malee!
11. Hin sodaatin dubbadhu malee!
12. Hin sobin dhugaa malee!
13. Hin taa'in hojjedhu malee!
14. Hin dhabin argadhu malee!
15. Dubbiftee hin dhiisin share gootu malee!
Click here to claim your Sponsored Listing.