Follow jesus christ
God is Good
All the time
Wantii haraa argamee boruu baduu tokkoo
jalalaa kiristoos iraa addaa naa basuu hin
Danduu kalesaa lafaa onnaa kessan turee haraa
Garuu jalalaa kiristoos iyesuusin jirenyii koo geddaramee
Jiraa baraa koo hundumaa kiristosii fannaa ademaa
Maddaa nagaa koo
Fayyisaa lubbuu koo
Ifaa biyyaa lafaa isaa
Tee iyesuusin qabachun koo
Naa gammachisaa baraa koo
Hundumatisii nan gammaddaa
Ameen Ameen Ameen 👏👏👏
10/20/2025
I,M number four
Mat 1:18-21
(Luq 2:1-7)
18 Dhalachuun Yesus Kristos akka kanatti fufee jiru ture; Maariyaam haati isaa Yoseefiif kaadhimatamtee turte; isheen Yoseefii wajjin utuu wal bira hin ga'in, hafuura qulqulluudhaan ulfooftee argamte*.
19 Yoseef inni ishee kaadhimates nama jireenya qajeelaa jiraatu waan tureef, dhoksaatti ishee dhiisuudhaaf murtoo godhe malee, immata duratti ishee yeellaasisuu hin barbaanne.
20 Utuu Yoseef kana yaadaa jiruu, kunoo, ergamaan gooftaa abjuutti itti mul'atee, “Yaa Yoseef ilma Daawit, Maariyaam kaadhimni kee hafuura qulqulluudhaan waan ulfoofteef, ishee of biratti fudhachuu hin sodaatin!
21 Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa ‘Yesus’ jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa” jedheen*.
ይመቻል ይመቻል
ከኢየሱሰ ጋር ህይወት ይመቻል (2*)
Babi and Grace
11/21/2023
Warri nagaa dheebottanii,eegas turtanii akka isin eegdan ta’uu dide waaqayyo yeroo qaba. Waaqayyotti abdiin hin kutatamu.🙏
Wanti hundinuu yeroo qaba!
Waaqayyo yeroo hundumaa gaariidha🙏
>>> Dubbiin Waaqayyoo akkas jedha
👇
===== Ani, “Waaqayyo warra qajeelota,
warra jal'ootas gara firdiitti in fida;
wanti hundinuu, hojiin hundinuus
yeroo qaba” jedhee, garaa koo keessatti nan yaade
Lal 3:17
===== Jaallachuun yeroo qaba,
jibbuunis yeroo qaba;
loluun yeroo qaba,
nagaa buusuunis yeroo qaba
Lal 3:8
=====Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti, garaan keessan hin raafamin, hin sodaatinis *!
Yoh 14:27
Yeroo hundaa wanti jirenyaa kee
Jijjiiru, amaleefannaa
Siif ta’u qaba.
03/13/2023
Me BBB 🥰
Click here to claim your Sponsored Listing.