Lami I Tasisa

Lami I Tasisa

Share

♥️Yeeyyiin Diinake yoo nyaatte firakee taate jechuu miti.
*******************************************
🩸I am protected by the blood of Jesus Christ amen.

04/11/2026

hiriyoota kootiif

04/11/2026

🙄Titiisa kana utuu ishiin cubbuu hojjettuun walirratti ajjeese.
Cubbamtuuf faasikaan wal qabatee bakka hin qabnu.
ta'us wanti hundumtuu yeroo qaba maaltu akkas ishee godha hici tiit
minaamin kan jedhus hin dhibu yoona😁

04/06/2026

Nyaachuus dhiise dhuguus dhiisee utuun morma kee jala ciisee 🫂😒

04/01/2026

Waaqumti Haadhake ishee si jaallattu umurii siif ha dheeressu
💔🥹

02/11/2026

Budaa kana ilaali etuuti karaa deemtu yoo sitti dhufte asumaan waan gootu comment godhi. 😀🫡

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Toronto?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Toronto, ON