Meti Jemema
We sell Traditional East African Clothing, both pre-made (handmade) products & at your order as well!
Call to order, get designs, and buy or rent at +17807825737
09/21/2024
10/15/2022
ICCITII kana warri beektan nuuf himaa ykn qorachuun ifa baasaa❗️❗️
(Dubbii Jabduu)
1. Mo'ibon Baqqalaa Kattaa Buraayyuu fi Saansusii gidduutti rukkutame. Yeroo rukkutame nama lama turan. Namni isa waliin tures rukkutamee kufuun himameera. Inni eenyu? Yaalarra jiramoo dhokfame? Maaliif maqaan isaa ifa bahuu dide? Namni hariiroo lamaan isaanii beeku jiraa?
2. Mo'ibon Baqqalaa Mobile isaa harka PP jiraachuutu dubbatama. Akkamiin fuudhan? Dhugaa kana kan qulqulleessee beeku jiraa? Uummataaf ifa nuuf taasisaa!!!
10/13/2022
tana keessatti nagaan oolanii nagaan buluun rakkisaa jira !
Biyyi jabaa nyaattu malee hin bulle irbaata si godhatte. nagaan boqodhu Moibon Bekele
RIP!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Telephone
Website
Address
30-9604 129B Avenue NW
Edmonton, AB
T5E0P8