Walif Tanan

Walif Tanan

Share

Hunda Caalaa Kan Sitti Aanu Filadhu.😘

16/04/2026

iji ati rabbiin sirratti uumee camera addunyaa kanaa ni caalti.
wanni ati ilaaltuun waan keeyrii yoo hin taane kasaaraa daangaa hin qabne keeysa jirta jechuudha.
hadaraa ija rabbiin siif kanne waan isa dallansiisuun akka hin ilaallie

01/02/2026

Waan hunda caalaa kan bareedu Islaamummaadha.
kanaaf namni islaaminnaan bareeedu kan keeessa jiru irra kan halaaala jiru akka ragaa bahu shakkii takka hin qabu.
kanaaf Namni islaamummaa qabu Fuulli isaa Fuula nama kaanii caalaa akka ifu kan keeysa jiru dhiisiitii kan ala jiruuhu Tolchee babbareecheeti Ragaa baha.
Hundaafuu Rabbii islaamummaa nu badhaaseef Galanni haa tahu.
Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin 🤲

27/01/2026

1️⃣ Seensa (Jalqaba)

Bismillaahi Ar-Rahmaani Ar-Rahiim.
Alhamdulillaahi Rabbil ‘aalamiin. Rahmanni fi nageenyi haata’u Nabiyyii keenya Muhammad ﷺ, maatii isaa fi sahaabota isaa hundarra.

Obboleewwan koo kabajamoo, har’a ani waa’ee wanti dubartiin Muslimaa dhiira itti heerumuu dura ilaaltu jedhu irratti gabaasa gabaabaa kana dhiyeessa. Kun waa’ee jireenya, amantii fi milkaa’ina walhormaataa irratti murteessaadha.

2️⃣ Diina fi Taqwaa ilaaluu

Dubartiin Muslimaa dura waan jalqaba ilaaltu diinadha.
Qur’aanni ni jedha:

> «وَلَعَبْدٌ مُّؤْمِنٌ خَيْرٌ مِّن مُّشْرِكٍ» (Al-Baqarah 221)
Hiika: “Gabroonni mu’mina ta’an warra mushrikoota caalan.”

Kana jechuun, dhiira Rabbii sodaatu, salaata, zakaa fi haraama irraa of eegu filachuu qabdi. Namni Rabbii sodaate ni kabaja, ni dhugaa dubbata.

---

3️⃣ Amanamummaa

Qur’aanni ni jedha:

> «إِنَّ خَيْرَ مَنِ اسْتَأْجَرْتَ الْقَوِيُّ الْأَمِينُ» (Al-Qasas 26)
Hiika: “Nama gaarii hojii itti kenname nama jabaa fi amanamaa ta’e.”

Amanamummaan bu’uura walitti amantaa fi tasgabbii maatii dha. Dubartiin nama amanamaa filatte nagaha ni argatti.

---

4️⃣ Akhlaaqa fi amala gaarii

Nabi Muhammad ﷺ ni jedhan:

> «إذا جاءكم من ترضون دينه وخلقه فزوجوه...» (Tirmizii)
Hiika: “Namni diinasa fi amala isaa jaallattan yoo isinitti dhufe, isatti heerumsiisaa.”

Kana jechuun, dhiira amala gaarii qabu, nama hafuura gaarii qabu filachuun dirqama. Namni akhlaaqa gaarii qabu niitii isaa hin miidhu.

---

5️⃣ Qabeenya fi qophaa’ummaa (dandeetti)

Nabi ﷺ ni jedhan:

> «يَا مَعْشَرَ الشَّبَابِ مَنِ اسْتَطَاعَ مِنْكُمُ الْبَاءَةَ فَلْيَتَزَوَّجْ...»
(Bukhaarii fi Muslim)
Hiika: “Dhaloonni keessan kan dandeetti qabaatu haa heerumu.”

Kana jechuun, dhiirri akka maatii tajaajilu qabeenya fi qophaa’ummaa qabaachuu qaba.

---

6️⃣ Fira gaarii qabaachuu

Nama fira Rabbii sodaatu qabaatu filachuun bu’aa guddaa qaba. Firoonni gaarii nama jajjabeessu; warri hamaa ammoo rakkoo fida.

7️⃣ Haraamarraa fagaachuu

25/01/2026

Yoo tasuma hin gufanne tahe taa'u jirta malee imalaa hin jirtu,Namni taa'u hin gufatu.

24/01/2026

Namni ati Lubbuu kee caalaa jaalattu eenyu ?

22/01/2026

Na jaalachuuf mirga qabda.
kan bultiif hin taane naan Ashoofuun balaaxaa hin jirre👩‍✈️

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa
Ababa