Falmata sabaa
Falmata sabaa
Keeniyaa yuniiveersitii islaamaa gurguddaa 4 qabdi .Itoophiyaa hoo meeqa qabdi?ummannii islaamaa keeniya paarsaantii 35 dhibbaa keessaa.itoophiyaa 65 dhibbaa keessaa. Kollajjii tokko tan islaamaa hin qabdu.
Barnoota qabachuun digrii fimastariin hin dalagdu.yoo barnoonni san hojii gaariin dalagdeen qofa.
Yaa rabbii furmaata nuf kenni.
13/02/2022
Footoon tun dhugaadha.namtolcheedha.maashaallaah,uumaa rabbiiti.
Umrii rabbiitu namaa dabalaa.
Bubbullee adda baafanna?waa'ee jimaa harargee Kan magaalaa finfinnee kun yeroo hunda siyaasaaf moo wanbiraati?qabeenya ummataa boota dhabee ji'a lama lamaan olifi gadi jijjiiramuun kun maalif taha.
Nagayaa jirtuu akkam fayyaadha.
As wr wb jummaa mubarik? Jechi gaariin sadaqaadha jedhe ergamaan rabbii (SAW) sallu ala nabi.saw.
Lammaa magarsaa waaqoo hiikaa warri mootummaa itoophiyaa ?isaaf badhaasatu maalaaf malee hidhaadha miti.
Like,share,comment .godhi.
Hundeen gabrummaa miskiinummaadha.miskiinummaan guddoon gabrummaadha.
As wr wb jummaa mubarik? Cufa milkii isinif ha kennu rabbiin guyyaa keeyrii isinii ha godhu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
OROMIYAA