Islaamummaan faaya
Islaamummaaf qabsooyna
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mubarik Kadir Mubarik, Geleta Dulecha, Inshaa Alla, Abdulakim Nasiir, Tølèè Bsh
27/12/2024
Gaafa reefu dargaggummaa guutu jiru mucettii waliin barannu takkaan wal jaalannee dhoysaan akka maatiin nuquba hinqabaannetti wal jaalachaa turre.ani yeroo isiin Suuqirraa annan bituu baatu bakka itti waliif beeynutu jiraa kararratti dukkana keessatti eegee achitti wal agarree achirraa haga suuqii, suuqirraayis haga mana isanaii waliin taphataa wal dhungataa akkasiin gara mana isaanii geggeessaa jaalala dhoksaa ijoollummaatiin odoo jirruu guyyaa tokko guyyaa anaaf salphinaa ture.saa'atima isiin baatee anis karatti eegu san haati isii ufii bituuf dhufte ani akkuma yeroo kaanii isima seyee bakka san yeroo geettu dukkana keessatti fiigee itti maramee dhungachuuf yeroo jedhuu..haati isii uu'uu jettee iyyitee walitti namartee darbitee doobbii keessa na buufte 😂________kitaaba hingaabbu keesati Jawartu mudannoo ijoollummaa isaa katabe. wayyoo nan kolfe 😂
With Jemal Aliy Abdula – I just got recognized as one of their top fans!
Waliin Munzir Shek Amin ibro – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 3f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉
Waliin Sheikh Amin Ibro – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 5f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉
29/09/2024
Mootummaan Itiyoophiyaa haleellaa Magaalaa Moqaadishootti raawwatame balaaleffate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa haleellaa shororkeessummaa Somaaliyaa Magaalaa Moqaadishootti raawwatame kan balaaleffatu ta’uu beeksise.
Ministeera Dhimma Alaa FDRI haleellaa kana ilaalchisee ibsa baaseen mootummaan Itiyoophiyaa haleellaa raawwatame kan balaaleffatu ta’uu himeera.
Miidhaa lubbuu namaa fi qabeenyarra qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu ibseera.
Mootummaan Itiyoophiyaa Shororkeessummaa qolachuuf Mootummaa fi Ummata Somaaliyaa cinaa kan dhaabbatu ta’uu mirkaneesseera.
18/09/2024
With Munzir Shek Amin ibro – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Amiir Musxafaa, Fayisa Abdo Heyyi, Kediro Tofik
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Adama