Getahun Milki
I am Oromo first
30/12/2025
Warri Maqaan keessan armaan gaditti argamu gaafa 22/4/2018 sa'atii 4:00 tti argamuun carraa akka kaastan.
28/12/2025
Hoospitaala W/Galaa Aayiraa
1) C/Nurse =5
2) BSc Nurse = 8
3) pharmacist =2
4) BSc midwife =1
5) Anesthetist =1
6) BSc HIT = 1
7) GP (MPH/MSc) =1
8) BSc Lab.=2
odeeffannoo hafe gabatee beeksisaa irraa argattu👇
06/12/2025
Updates :
✍️Bu'aa Qormaata Qacarrii Waajira Fayyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
🔺🔺🔺🔺🔺
✍️Ogeessotni Qormaata Fudhattan Warri Komee Qabdan Guyyaa Maxxanfame Irraa Kaasee Lakk.Telegram +251911788345 Irratti Komee Keessan Fayyaa Godinaatiif Guyyaa Shan Keessatti Dhiyeessuu Dhandeessan,Fayyaan Godinaas komeewwan Dhiyaatan jiraannan Haalaan Galmeessuun Koree Komeetiin Dhuma Guyyaa Shanaffaarratti Deebii Qaama Komateef Akka Kennitan Yaa ta'u.
04/12/2025
Dhimma kaffaltii day fi night duty ogeessa fayyaa👇
03/12/2025
Pharmacist only
Baayina = 3
Miindaa =16348
Bakki Hojii = EPSS damee Naqamtee
Kiraa manaaf qofaatti qar. 5000 ETB
Muuxannoo= O
share for others👇
03/12/2025
Ogeeyyiin qacarriif Waajjira Fayyaa Godina W/Bahaatti galmooftanii jirtan qormaanni kan kennamu Yuuniversitii Wallaggaatti guyyaa borii (25/3/2018) waan ta'eef waaree booda sa'atii 7:00 tti akka argamtan jedhameera.
waliif qoodaa👇
26/11/2025
BFO Guyyaa qormaataa ifoomseera
Qormaatni gaafa 25/3/2018 sa'atii 5:00 tti jedhameera
waliif qoodaa👇
Click here to claim your Sponsored Listing.