Biqilaa Tafarii Garbaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biqilaa Tafarii Garbaa, Health/Beauty, Adama.
Tiktok
Baraaf muxuxxee gadi jedhanii dabarsu jecha oromoo
27/06/2022
Haacalu koo goota
Onneen diimata
Hin dagadhu waa'ee kee
Sammuun koo yoom boqotaa?
Yeroo gaarii qabaadha galgala walitti deebina nagaan oola
Ilaala me
Waanta waliin deemu
sinittin dubbadhaa
yoo feeta dhaga'a
yoo feetan tuffadha
barsiisadhaaf shookii
dabbaramnaan hookii
barataaf dabtara
fayyuman gabbara
dhiiraa taanaan gurbaa
foggorannaan durbaa
foggorsichas dhiisuu
dadhabnaanis ciisuu
dhaabachuunis yaraa
uffannaan kan baraa
Qabeenyi abbaa dallaa
hattuudhaaf kaballaa
tosh*tuuf abaarsa
rakkataaf gargaarsa
Wallaalafis gorsaa
abbaa qarshiif borsaa
Jedhe utuun odeesse
Baay'ee siniif gala
Meerre kana akkasiif
eenyufaatu mala
gurbaa sana jennaan
Dhiitee dhagaa cabsaa
Poolisiidha jennaan
ija nama jaamsa
durboota yoon jedhe
baay'ee hin qalba'anii
oliif gadii fiiguu gadifa
hin taa'anii
Oolmaan akkam
Oolma gaarii
Baga ayyaanaa du'e du'a ka'uu iyyesuusiin isin ga'e
Warri mana keessa
Kan qorra hin argine
Kunoo amma kana
achirraan darbinee
Click here to claim your Sponsored Listing.