Temam kebeda
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Temam kebeda, Health/Beauty, temamkebeda2@gmail. com, Adama.
25/08/2022
WAAQAYYO GAARIIDHA.
Lafee cabde irra dhugaa dabdutu nama dhukkuba.
Dhugaa dhugaa haalte,
Ishee sobaan dabalamte!!!!
Mee taa'a itti yaadaa,as-qabaa achis qabaa,
Dhugaan iddoo hin jiruu hundatu itti taphaa
Namni illee baayyeedhaa garuu jagna-dhibee
Eliyaas haa ka'uu kan harkikee dibee
Bitee kan gurguruuu gadi baasuu beektaa,
Harras nutti hin dhiisin amala jallootaa
Gariin dhugaa baatee jooree bitintiraa
Kaan dhugaa awwaalee iddoo waliif hiraa,
Jagni akka Iyyaasuu meerri eessa jiraa
Musees maaliif dhabnee isa hundumaaf firaa.
Tokko du'uuf lama duuta
Lama du'uuf tokko duuta
Karaa lama qabaa ilaalladhu suuta suuta.!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Adama