Fayyaan Faaya
Fayyaan qabeenya caalti!
26/04/2026
26/04/2026
With St. Paul's Hospital Millennium Medical College-SPHMMC – I just got recognized as one of their top fans!
28/05/2025
RIP😭😭
Ibsa Gaddaa
Ogeessa Ol’aanaa Kolleejjii Fayyaa Hospitaala Adaamaa kan ta'an Dr. Tashomaa Isheetuu Nadhiin adunyaa kana irraa, du'aan boqochuun isaaniin gadda guddaatu nutti dhagahama.
Dr. Tashoomaan, bara 2018 ALAtti Hospitaala ‘Black Lion’ fi bara 2023ALAtti Ogummaa Ispeeshaalayizummaa baqaqsanii Yaaluu Lafeen Hospitaala “St. Paul” irraa xumuree bahee fi dargaggeessa dandeettii fi naamusa guddaa qabu, dhukkubsattoota isaaf gara laafinaa fi of kennuun yaalaa turan.
Biiroon Fayyaa Oromiyaa gadda itti dhaga'ame ibsaa maatii, firoottaanii fi hiriyoota isaaniif jajjabina hawwa.
Lubbuun isaa nagaa bara baraan haa boqottu!
28/05/2025
With Dr.Chala Dida – I just got recognized as one of their top fans!
Click here to claim your Sponsored Listing.