Marsimoonm
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Marsimoonm, Adama.
25/08/2026
Maatii Garramii
Shamarran Obbolan wal irraan dhalatan Yeroo Qabxii Olanaa kana Wal faana fidan !!ππ―π―π―πͺπͺ
Yeroon kun isanif 'fair age" yeroo kana kessati,yeroo shamarran bayeen jalalan qoraman kanati isaan garu Qormaata Biree kana Biyoo nyachisan.
βοΈβοΈβοΈβοΈ
Celebrating my 3rd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. ππ€π
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Najmu Akka Said, Usman Ahmed, Abdiiman Boke, Isack Nura, Flyber ΓbőãÒ Mohammed, Uztaaz Feyidul Baari, Ahmad Muhaammad, Oromia Times, Najib Husen
15/08/2026
's_Thank_you
09/08/2026
Magalaan Asin gaditi Argitan tun Gudditti Itoophiyaati jechun qoftin gahadha.
Magalan gudditin Nannoo akkuma,Tan , tan fi Tan ta'u isanitin Akka lammii Itoophiyaati gudachu magaloota isani kanatti gamachun qabaf.
isaanis Tan Oromiyaatif Gamachuu walin irra jirachu nuf qabatun alatti dhimmi biraa maltu jira jettu.
Magalan Finfinnee Lafa Warra munaa tufaa,tan ganda Habebe ta'u yadadha.
tan Ona ta'u barootuma as dhiyoo kana yadadha me.
Mariin Biyolessaa Wan gaaridha. dhimma Nagenya Itoophiyaa, Dinagdee fi siyasa biyyaa furuf hojechu qabu male Qabenya Isa tokkoo isa biraatif dabarsuuf kan hojetu ta'un fudhatama hin qabu wan ta'ef hubannon akka hojettanif isin yadachisudhumafi.
Dhugaa Qofaatu Biyyaf Wabiidha.
nagan Bulaa
With Marsimoon M β I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!
03/08/2026
Iran Tarkanfi Fudhatte.
Humni Warana Iran Galgala kana Donii USA kan Hulaa Hormuz keesa Huluquf turte haleelte.
Doniin kun Meshalee Garagara Kan fe'atee demuu jiru irrati akka tarkanfii fudhate Maddi oduu Iraan Alseril gabaseera.
Gama biratin Trump Tarkanfi Addaa Iran irrati fudhachuf karoorree ture haquu ilalchise;
Trump kana wayta jedhanitti Iran nan rukutanii ni mari'annaa jettee sila na gafatef jecha addan kute jedhus,
Iran gama ish*tin Jechi Trump jechaa jiru fi sababsatu barbade kun Soba adiidha jechun Tankafi kenya itti fufaa jirra jette Iran.
Garamii!!
Click here to claim your Sponsored Listing.