Murad Tajuu fans

Murad Tajuu fans

Share

Yoomuu Irkoon kiyyaa Allah
๐Ÿ‘๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

09/06/2025

Hay guys

Facebook Lite for Android 11/12/2024

Facebook Lite for Android This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

02/10/2024

Mammaksi dubbii fidaa dubbis fixaa jedhama miti ree

21/09/2024

Addunyan ergisa Hindu haa hubannuu
Pasporti lmaala harkaatti ha qabannu
Kana jechuun dubbii Rabbiin has kadhannu
Milkii Ganda lachuu yoo san kan argannuu
ammin yaa rabbana duniyaa fii aakhirattuu

03/09/2024
14/04/2024

Waggaa guutuu,guutuun itti nu haa deebisu !

Irra deebiin ; Iid Mubaarak !!

14/04/2024

Ajaaโ€™iba Rabbii Keenyaa warri artistiidhaa tuni walirra loltii akkam.

13/03/2024

ูˆู‚ุช ุงู„ุตูˆู…
Yeroo soomanaa
ูˆู‚ุช ุงู„ุตูˆู… ูŠุจุชุฏูŠู” ู…ู† ุทู„ูˆุน ุงู„ูุฌุฑ ุงู„ุซุงู†ูŠุŒ ูˆูŠู†ุชู‡ูŠ ุจุบุฑูˆุจ ุงู„ุดู…ุณ
Somaanni yeroon isaa fajriin lammeysaa (diiminni barii) bahurraa kaasee hanga aduun seentutti.

ูˆุฌูˆุจ ุชุจูŠูŠุช ุงู„ู†ูŠุฉ
Niyyaa bulfachuun dirqama

ุงู„ู†ูŠุฉ ุดุฑุท ููŠ ุตุญุฉ ุตูŠุงู… ุงู„ูุฑูŠุถุฉุŒ ููŠุฌุจ ุงู”ู† ูŠุนุฒู… ุงู„ุฅู†ุณุงู† ุนู„ู‰ ุงู„ุตูˆู… ุจู‚ู„ุจู‡ ููŠ ุงู”ูŠ ุฌุฒุก ู…ู† ุงู”ุฌุฒุงุก ุงู„ู„ูŠู„ุŒ ูˆู„ูˆ ู‚ุจู„ ุงู„ูุฌุฑ ุจู„ุญุธุฉ. ูˆุฐู„ูƒ ู„ู‚ูˆู„ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ: ยซู…ู† ู„ู… ูŠุจูŠูุช ุงู„ุตูŠุงู… ู…ู† ุงู„ู„ูŠู„ุŒ ูู„ุง ุตูŠุงู… ู„ู‡ยป ุฑูˆุงู‡ ุงู„ู†ุณุงุฆูŠ
Niyyaa godhuun sharxii soomanaa irraayi yeroo halkanirraa taate keessatti soomana fardii niyyachuu barbaachuisa, osoo waa xiqqo fajrii dura taatellee. Hadiisatti nabiin s.a.w. akkana jedhan ''namni soomana halkan keessa niyyaa godhee hin bulfatin soomanni isaaf hinjiru'' Nasaa'iyyitu odeessee.

Asirratti wanni himame soomana sunnaa ammo eega barihellee niyyachuun numa taha. Garuu osoo nyaataaf dhugaatii hin tuqin tahuu barbaachisa. Gaaf tokko nabiin keenya s.a.w. ganama warra isaaniitiin " mee joolle faxara qabdanii waa nutti kennaa?โ€ Jennaan. Gandi ar'a homaa lafaa hin qabnu jedhaniin, nabiin eegasii maarree akkas taatu ani ar'a nin soomana jedhan. kuni wanni garsiisu soomana sunnaa eega barihellee niyyachuun akka tahu ibsa..

08/03/2024

Oolma ar'aa

03/03/2024

My is Page new please follow me

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

1234
Adama