Firii she Aliyyii
Yaa Alha
🤲👆⭐
𝐍agaafi 𝐑ahmanni 𝐄rgamaa
𝐑abbii 𝐈rra 𝐇aa
𝐉iraatu {ﷺ} Sallallaahu Aleeyhi Wasallam ❤
Guyyaa arraa kana keessatti furmaanni yeroo dheeraaf eegaa turte siif haa dhufu.
Arraa Arshii Rahmaan irraa Message📩 Gammachuu siif haa Seentu 🤲 Hamtuu Teessan Hunda toltutti Isiniif Haa jijjiiru
Waan dhooysitanii balleessitan Rabbi Isiniif haa araaramu
Eeybii Teessan hunda rabbi Isin haa sattaru
Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda rabbi isiniif haa guutu
Addunyatti Jiruu Gaarii Aakhiratti Jannataan Isin Haa Badhaasu
Kan hin fuudhin rabbi jaartii gaarii Haa kennuuf
Tan Hin Heerumin Rabbiin jaarsa gaarii Isiif haa kennu
Warra ilmoo dhabe ilmaaniin isaan Haa Gammachiisu
Warra dhale ilmaan isaanii rabbi Haa Qaceelchuuf
Haadhaaf abbaa Keenya rabbi Umrii isaan Haa Dheereessu
Warra du’e hunda rabbi Rahmata haa godhuuf
Jannata isaatiin Rabbi isaan Haa gammachiisu
Rabbi waan Isa kadhanne Hunda Nuuf Haa qeebalu
Tan Nuti irrisne Rabbi itti nuuf haa guutu
Du'aa'ii tana Akkuma Aamiin jatteen obboleeyyan keetiif Share godhi Rabbi Ammumatti nuuf haa qeebalu Aamiin Aamiin Aamiin Aamiin
🤲 Booddee teenya rabbi nuuf haa tolchu 🤲
Quuqaa rabbi malee namni sitti hin beekne rabbi sirraa haa buqqisu.Amiin yaa rabbi!
Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀
👉Halkan Nageyaa,kan Milkii,kan Aafiyaa,kan Carraa gaari kessatti arkanu nuuf haagodhu ilaahin!
🤲🤲🤲
Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️
Yaa “Rabbii “Ruhii Teenya Soda fi iimana Keetin Nu Guuti !!!!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Adama