Guurmuu Dargaggotaa gandaa Lencaa Cobaa Bulult

Guurmuu Dargaggotaa gandaa Lencaa Cobaa Bulult

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Guurmuu Dargaggotaa gandaa Lencaa Cobaa Bulult, Health/Beauty, Aanaa barrak, Adama.

Photos from Guurmuu Dargaggotaa gandaa Lencaa Cobaa Bulult's post 09/09/2025

Immimmaan Aakkaa Salphattii hin bahuu
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Shira wal xaxaa dinoonni kaaraa maran xaxan keessaa darbinee xumuramuu hidha keenya arguu caalaa wanti nama gammachisu hin jiru. Lammileen keenya kallaattii hundaan hiyyessa, dureessaa,jaarsa,jaartii osoo hin jennee dhamaatii keessan bara dheeraa baga argitan. Yoo tokko tane waliin kaane waan kamuu milkessuu akka dandenyu kana irraa barattaanii tokkumma waloo keenyaatti akka amantanin dhamsa kooti. Irra deebiee baga gammadan ,baga gammanne isinin jedha.💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻🤜🏻🤜🏻🤜🏻🤜🏻🤜🏻🤜🏻🤜🏻🤜🏻

09/09/2025

Bagaa gammaddan bagaa gammdnee
🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Irreen gamtomee sidaa dhaalotaa ijaraa

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Aanaa Barrak
Adama