Wabii Badhaadhinaa

Wabii Badhaadhinaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wabii Badhaadhinaa, Health/Beauty, Adama.

26/08/2026

Shanee fi Faannoo

Shanee fi Faannoo waliin ta'uun uummata nagaa rakkoo fi miidhaa hamaaf saaxilaa jiru . Humnootni kun dantaa dhuumfaa fi siyaasaa isaaniif jecha nageenya naannichaa booressuun, lubbuu lammiilee fi qabeenya isaanii irratti miidhaa guddaa geessisaa jiru. Tarsiimoon isaanii kun uummati akka hiyyummaa, buqqaatii fi sodaa keessa jiraatu taasisuun haala jireenyaa isaanii qoramaa taasiseera.

Gamtaan humnoota badii kanaa hammeenya isaanii kan agarsiisu yoo ta'u, isaan gidduutti walta'iinsi uumame kun rakkoo uummataa caalaatti babal'isuuf kan kaayyeffatedha. Tokkummaan isaanii kun humnoota miidhaa geessisan caalaatti cimsuun, jireenya uummata bal'aa sodaa fi dhiphinaan guute keessatti akka gaggeeffamu taasiseera. Haala kana dura dhaabbachuuf ammoo tokkummaa fi cimina uummataa akkasumas qaamolee nageenyaa cimsanii itti fufuu gaafata

05/06/2026

đź”´ ODUU AMMEE

Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dagam Ganda Leelisa Alii Doorootti, humni qilleensaa tarkaanfii cimaa Dirooniin fudhateen miseensotaa fi hoggansa garee Shanee Birgeedii Simbirtuu fi Birgeedii Risaa Laga Jamaa jedhee of waamu irratti tarkaanfii droonii fudhatamee miseensonni garichaa fi hogganoonii ijoon 87 guutummaatti dhabamsiifamuun isaanii mirkanaa'era.

Category

Website

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabii Badhaadhinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Adama.