QAROO HIREE

QAROO HIREE

Share

Aadaa fi duudhaa hawaasa kiyyaa addunyaatti daran muldhisuuf kutadhee ka'eera. Isinis Gama keessanii

16/03/2025

Jajjabeessaa firoonni Mohamed Salah maaloo๐Ÿ˜ช๐Ÿ˜ช๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

08/05/2024

Akm jirtu

24/03/2024
24/01/2024

Barreessitoota bara kana dhalootni qubee qabu keessaa Lammii Tarreessaa nama tokkodha. Kana dura kitaabilee amantii hawaasa isaaf gumaachaa ture. Kunoo amma immoo kitaaba โ€œsaakamaโ€ jedhu nuuf qabatee dhufe. Kitaaba kana akka gulaalaatti ilaalee waan dhaloota ammaaf buโ€™aa qabu hedduu keessatti argeera, isinis dubbistanii akka hubattan isiniif dhaama.
Yaada Taarraqaa Abarraa ti.
Nutis guyyaa 25-05-2016 ALH tti bakkaaf yeroo jedhametti deemnee sagantaa eebbaa kana miira hoโ€™aadhaan akka hirmaannuun jaalalaan dhaama.

Photos from Eyob Yadeta Ministry's post 24/01/2024
Photos from Harmony College's post 24/01/2024
19/01/2024

https://www.facebook.com/100083838421158/posts/351991270938818/?app=fbl

Faaya Hundaa'ol

Duudhaalee eenyummaa
Mallattoo Oromummaa
Faaya aadaa qabnu
Kan itti midhaagnu
Uffata aadaa
Halluu babbareedaa
Walirraan uffannee
Gammachuu gonfannee
Aadaa keenyaan ifnee
Fagootti mulโ€™annee
Kolfinee gammannee
Faayaa hundaan oliin
Bareednee faayyamnee
Gamtaan wal waamannee
Tokkummaan jiraannaa
Yoomiin waldagannee

Hordoftoonni koo martinuu dorgommii kana gochuu qofaan mucaa keechan moosifadhaa

29/11/2023

koo dorgommii kana like share gochuun akkasumas Youtube Leetoo subscribe gochuun Screenshot godhaa comment jalatti naaf ergaa ilma keechan injifachiisaa.!!!๐Ÿ™

Akkan badne labatni
Aadaaf aartiin kaleessaa
Akkan dhaalle dhalootni
Waan aartii balleessaa

Tokkoof lama jettee
Deemsa kee jalqabdee
Deemsa karaa dheeraa
Milkiidhaan xumurtee
Dhaloota boruutiif
Seenaa ta'ee taa'a
Leetoon ati laatte

Nu siwaliin jirra
Lammiin saba bal'aa
Kitaaba kee eebbisuuf
Hamileefii yaadaan
Dhaabnee si utubuuf
Nu siwaliin jirra
Achitti wal garra๐Ÿ™

Ogbarruun seenaadhaa
Seenaa saba guddaa
Biqiltun qaxaleedhaa
Baadhaatu waan hundaa
โ€ขโ€ขโ€ข โ€ขโ€ขโ€ข
Wal waamnee hunduu
Akka muddiif qabattoo
Dhangaa aartiin kan guutamee
Eebbi kitaaba leetoo
โ€ขโ€ขโ€ข
Tokkummaan wal geenyee
Dhaqnee eebbifna martuu
Leetoo Aartiif aantiirraa hin hafan
Xiiqiidha hin hafamu akkamiin haftu!!

Sirni eebba Kitaabni LEETOO kan Bikiltu Wakesa Oli barreeffame Sadaasa 30 (Dilbata) waaree booda saโ€™aa 7:00 irraa eegalee dhangaalee aartii,aartii jechisiisan hedduun dabaalamee,bakka keessummoonni gurguddoon,aartistoonni qaqqaalii fi uummanni Oromoo balโ€™aan aragamanitti haala bareedaan eebbifama!!

Asumaan 'YouTube' kana liinkii armaan gadiin seenaatii 'Subscribe' godhaa!๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/?si=vT-L5knjFQy8ZcWB

Sirni eebba Kitaabni LEETOO kan Bikiltu Wakesa Oli barreeffame Sadaasa 30 (Dilbata) waaree booda saโ€™aa 7:00 irraa eegalee dhangaalee aartii,aartii jechisiisan hedduun dabaalamee,bakka keessummoonni gurguddoon,aartistoonni qaqqaalii fi uummanni Oromoo balโ€™aan argamanitti haala bareedaan eebbifama.

Kottaa hirmaadhaa ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Finfinnee
Addis Ababa
147532