mullata lafto
FOLLOW
���
���
���
���
���
13/09/2023
As wr wb jirra jirtu oro to
Barri Darbaa Jiru 2015 Kun:
⇣
» Dhibee kee fudhatee,
» Yaaddoo kee fe'atee,
» Qormaata kee baatee,
» Gadda kee sassaabbatee,
» Galma rakkina kee raase,
» Kan siif hin malle yaasee,
» Hiyyummaa sirraa kaasee haa darbu!
Barri Fuuldura Kee 2016:
⇣
» Nagaa addaa baatee
» Jaalala hammatee,
» Furmaata qabatee,
» Milkaa'ina baatee siif haa dhufu!
•Akka *ttotti Nu Haa Urgeessu,
•Akka Nu Haa Jabeessu,
•Akka Nu Haa Mi'eessu.
Akka Rooba Samiitti eebbii isinitti haa Dhangalaatu
Akka Galaana Ardiitti beekumsi isinitti haa Yaatu.
kee kan Fuula facebooki kana gubbaatti wal bartaan me godhii! Duu'aa'ii tana ammiin ammiin haa jedhuu!! 😍😍 Ammiin Ammiin
15/07/2023
Kanaan maal jettu ???
02/02/2023
Hubadhu 👀👀👀👀👀👀
08/12/2022
I've just reached 100 followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each and every one of you. 🙏🤗🎉
08/11/2022
Fuulli rabbii itti haa tolu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Click here to claim your Sponsored Listing.