HBA
ውድ ተማሪዎቻችን ፡- በእኛ ማሰልጠኛ ተቋም ተምረው ሲጨርሱ የራስዎትን ስራ እንኪጀምሩ ድረስ በእኛ ስቱዲዮ እና በእኛ ማቴሪያል መስራት ይችላሉ
12/03/2025
ይቅናሽ እንግዲ ቀኑዬ ነብስሽ በሰላም ትረፍ 😭😭💔 ❤️
13/01/2025
31/05/2024
💄Hana Adamu Muleta
Hani beauty academy
☎️0938785757
31/05/2024
💄Hana Adamu Muleta
Hani beauty academy
☎️0938785757
31/05/2024
Hana Adamu Muleta
Hani beauty academy
💄☎️0938785757
25/05/2024
Shamarree Finfinneetti dhalattee ogummaa miidhaginaa kutaalee Oromiyaa gara garaatti barsiisaa jirtu - BBC News Afaan Oromoo Haannaa Addaamuu jedhamti. Finfinneetti dhalattee guddatte. Dursitee barnoota koompiitaraatiin leenji’uun, yeroo xiqqoof ittiin qacaramtee hojjettus, yaannii fi qalbiinshee ogummaa miidhaginaa (makeup) bira waan tureef garasumatti akka luucceffatte himti.
23/05/2024
Gosoota meekkaappii akkamiitu jira?
Kun gosoota jiran keessaa tokko tahuu himti Haannaan,
Artistoota hedduuf hojii meekaappii kalaqaa kana hojjechuu kan kaastu Haannaan, meekaappii gosa kanaa ofiishee irrattis bocceen, miidiyaalee hawaasaa irratti akka waan dhugaadhaan balaan irra qaqqabeetti fudhatamuun “Waaqayyo ishee haa maaru” jedhamaa akka qoodamaa ture jette.
Eessaa ka'uun akka amma ogummaa miidhaginaa kana barsiisuu irra geesses BBC'f qooddetti. Dubbisaa.
👉👉 https://bbc.in/3wGK4fy
23/05/2024
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
አስኮ