Ansarishaa
Shaa
11/06/2024
Haadhaa fi Abbaa Dubraatiif:-
sadarkaa fi qabeenya Waggaa 30 booda Argattan kana nama har'a intala teessan fuudhuuf dhufe irraa hin eeginaa ...
Akkuma isinuu Qabeenya kana horuufii sadarkaa kanarra gahuuf yeroo isinirraa fudhate kanatti isaafis Yeroo hanga tokko osoo kennitanii...
Intala dubraatiif:-
Waan Waggaa Digdamman Dabre Mana keessanitti hin argatin, Heerumtee guyyaa digdamatti Abbaa manaa keetirraa hin eegin...
منقول
Guyyaa garii ollaa
19/10/2023
Goonni seenaa dheeraa malee umrii dheeraa hin qabu silaas, Jaal Boruuf koo nagaan boqadhu. Waan jedhan nama wallaalchisa. Kichutti si dhabne 😭😭 Kayyoo kee dhaloonni galmaan ni gaha.
18/10/2023
15/10/2023
Guyya Jalaalati fi guyyaa Tokkummaa ❣️
29/01/2023
Gufanne kufuun kufnee ka'uun
Akka nuti itti guddaanudha
Bakkuma itti kufne sanati
Hafuun garuu a
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
0936703181