Dr.Hilany Abdi
Dr.Hilany
20/09/2022
Mallattoolee dhiibbaa dhiigaa yeroo ulfaa 10!
1. Dhiita'uu harkaa fi fuula
2. Mataa dhukkubbii, ija jaamsuu
3. Gubachuu gosa garaachaa
4. Qaama raasuu, of wallaaluu
5. Fincaan bahu hir'achuu
6. Qufaa ykn hafuura kutuu
7. Ija ykn gogaan keelloo ta'uu
8. Mul'achuu dhiiga fakkaatu gogaa irratti
9. Dhiigni gadameessaa ykn kutaa qaamaa biroo keessaa bahuu
10. Sochii ykn guddina daa’imaa hir’achuu.
👉 Mallattoon kun yeroo mul'atu hatattamaan gara dhaabbata fayyaa deemuu
Safartuu dhiibbaa dhiigaa: Dhiibbaan dhiigaa olka’uun isaa yoo mirkanaa’e qorannoo fi wal’aansa barbaachisaa ta’e gochuun dirqama.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa
1234