Megi geme
Sharing information for my social wich suffering Loss of healh. Specially how to use drugs and promote healthy life.
14/04/2022
Wantootni baratamoo sammmuu keenya miidhan maalfaadha?
➢ Alkoolii hedduminaan dhuguu
➢ Bishaan ga’aa dhuguu dhabuu
➢ Hirriba ga’aa rafuu dhabuu
➢ Boqonnaa (haaragalfii) ga’aa dhabuu
➢ Ciree irra deddeebiin nyaachuu dhabuu
➢ Baay’inaan humnaa oli nyaachuu (overeating)
➢ Nyaata hammi sukkaaraa isaanii baay’ee ta’e yeroo baayyee nyaachuu
➢ Tamboo, shiishaa, kookeenii fi wantoota sammuu nama hadoochan garaagaraa fayyadamuu.
➢ Osoo dhukkubsatanii hojii sammuu ykn yaaduu gaafatu hojjechuu
➢ Faalama qilleensa naannoo
➢ Dhiphina sammuu cimaa
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Naafyaad Geetuu
02/04/2022
Ulfa malee jijjiirama akkamiitu laguu/xurii dubartootaa hambisuu danda'a?
1.Dhiphina sammuu
2.hirriba dhabuu
3.ulfaatinnii qaamaa garmalee gadi buhuu
4.ulfaatina qaamaa olaanaa (obesity)
5.sochii qaamaa cimaa (fkn atileetota fi taphattoota kubbaa Miilaa fi kkf)
6.nyaata nyaachuu dhiisuu
7.Qorichoota fi lilmee mala ittisa da'umsaa tokko tokko
8.qorichoota dhibee biraaf kennaman akka dawaa dhiibbaa dhiigaaf kennaman tokko tokkoof kan mukuuf/(antidepressants) kennaman.
9.harma luugsisuu/hoosisuu
Rakkoowwan armaan olii hormoonota marsaa laguu fi barbaachisan jeequun laguun akka hafu godha. Dabalataan kana malees rakkoowwan gadameessaa, qopheessituu hanqaaquu,duudaa tahee dhalachuu qaama saalaa dubartootaa fi sammuufaalle rakkoo kanaaf nama saaxiluu danda'u.
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu.
22/12/2021
The mRNA COVID-19 vaccines are as safe as other vaccines ⬇️
22/12/2021
WOFO'n miidiyaalee isaa ifoomse!
OHPA publicize it's official social media platform.
----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
Marsaaleen miidiyaa hawaasummaa WOFO inni sirriin isaan armaan gadii qofaadha. Geessituu fayyadamaa.
***
Social Media Platforms which owned by OHPA are the following only. Use the link.👇👇
Facebook
https://www.facebook.com/oromiahpa
Telegram channel
https://t.me/OromiaHealthProfessionals
YouTube
https://www.youtube.com/channel/UCUJCrrfECHQMkOsS9B9Fsiw/featured
Twitter
https://twitter.com/HealthOhpa
LindedIn
https://www.linkedin.com/in/oromia-health-professionals-association-6b26a021b/
Email:
[email protected] /
[email protected]
Website
www.ohpa.org.et
~ WOFO/OHPA -
📌Sirna fayyaa fooyya'e uumuuf kan onnate!
Committed to create a better health system!
Hub. Miidiyaalee kanneen irraan kan hafe maqaafi loogoo waldichaa fayyadamuudhaan qaamoleen garagaraa odeeffannoo adda addaa tamsaasaa kan jiraniifi burjaajii uumaa akka jiran argaa waan jirruuf miseensiifi hawaasni keenya qaamolee akkasii irraa akka of eegdaniifi gochuun akka nu gargaartan kabajaan isin gaafanna.
Click here to claim your Sponsored Listing.