Caaltush kediir

Caaltush kediir

Share

Professar muhammad S A W

27/06/2025

Kuta 1
Namni tokkollee tola nuuf hin oolle. Kan tola nuuf ooleefis, Harka isaa kan nuti hin deebi’iniif hin jiru, Abbaa Bakrii malee! Abbaan Bakrii galata inni nu biraa qabu, Rabbitu nurraa galcha Guyyaa Qiyaamaa. Waa na hin fayyadne qabeenyi tokkolle akka qabeenyi Abbaa Bakrii na fayyadetti’. “Osoo jaalalle godhachuun ka naaf hayyamamuutii Abbaa Bakrii jaalallee godhadha.” jedhan Rasuulli s.a.w.
Abbaan Bakrii nama sadrkaan isaa Rabbii fi Muslimtoota birattis ol fuudhame dha. Sababaa waan Nabi Rabbiiti s.a.w tumsef guyyaa namni isa xiqqeesse, Nama dhugoomse Nabi Rabbii, guyyaa namni isa kijibsiisee, Nama Rabbitti amane guyyaa namni itti kafare. Innii irra caalaa Sahaabaati. Wal dhabbii tokkoon maletti.
Aduun waa hin baane, Waallee hin dhiine, Erga Ambiyootaa fi Rusultootaati. Nama Abbaa Bakrii irra gaarii taherratti jedhama.
Inni warra dura amaneeti dhiirarraa, Nama iimaanni isaa iimaana ummata Muhammadiin s.a.w madaalamee caalee argameedha. Inni nama Rabbi sodaataa fii saalfataa tahe.

Dukkana wallaalaatiifi miidhaa irraa, nama uumaan isaa qulqulluu ta’e. Inni Lubbuu isaatii fi Diinagdeen, Tajaajilaa fi Arjoomaa diin islaamaatii fi ummata Islaamaati. Nama Nabiyyiin s.a.w isa filate akka saahiba isaa tahuuf, guyyaa Makka irra gara Madiinaa godaanan.
Erga Nabi Muhammad s.a.w du’anii booda Araboonni hedduun diin islaamaa keessaa bahan, Gandoota akka Xaa’if, Makkaa fi Madiinaa malee. Yeroo sanis Abbaa Bakriittu islaamummatti deebise.

Yeroo duraatiif Sahaabaa qur’aana walitti qabeedha, Diinagdeetti dantaa dhabaa fi Rabbiin kan hedduu Gabbaruu, sodaatu, kan heedduu of gadi qabuu fi waraanaaf hedduu duuleedha.
Koottaa! seenaa sahabdicha kanaatti hidhanne bulttii teenna itti fakkeeffanne miidhagfanna. Lubbuu teenna iimaanaan kunuunfanne aakiraalle jannataan badhaafamnnee, sahaabotaan olloomnaa.
Abbaan Bakrii erga bara Arbaa (Aamul Fiil) booda wagga lamaa turee biyya Makkaa gosa Teymii jedhamtu keessatti dhalate. Nama haala gaarii irratti guddifameedha. Ijoollummaa isaa i

12/06/2025

Follow Back to back 15sce

Website