Haqaafan Oromia
This page is my
23/11/2023
Faayidaa wanta tokkoo yeroo barreessinu, Fknf bishaan ganama ganama garaa duwwaatti dhuguun dhukkuba garaachaaf, Kintaarotiitiif, Kaleetiif, akkasumas fayyummaa rifeensa mataa keenyaaf gaariidha yoo jedhamu har'aa fi boru dhuganii iftaan jijjiirama arguu barbaadda yoo ta'e yeroo dhiyootti jijjiirama baay'ee hin argattu waan ta'eef dhiisi hin fayyadamin. Yeroo fudhata, obsa gaafata, obsas nama barsiisa.
Galatoomaa!!!
23/11/2023
23/11/2023
BAARILEE
======
Googaan nama fangasiin hubamuu yeroo dheeraaf tureedha.
Sababoota nu saaxilaan
-Umrii dargaggeessa fi ga'eessa
-Dafqaa ykn fuuruu namoota ittii baay'atu
-Hanqinnaa nyaata
-Humna ittisaa dhukkubaa gadiaana qabaachuu
-Hoormonii dhiphinaa/yaaddoo-stress baay'achu
-Rakkoo jeenetiksii
-Naannoo qilleensa ho'aa fi yabbaa
Mallatoole dhukkubicha
Jijjiiramni googaa irraatti muldhatuu bifaa irraatti hunda'aa
-Adii-Diimessu
-Gurraacha -daalachatti
Naannawaa qaama gogaa miidhamu (cululuqaa olaana qaban)
-Mormaa
-Laphee
-Dugda
-Fuula
-Miiraa hooqsisaa
-Jajjabachuu gogaa
Yaalaa
>-Dawaa fangasichaa ajjeesuu bifaa
-Dibataa
-Liqimsamuu
21/11/2023
Akka Addunyaatti Daqiiqaa Tokko Keessatti Dubartoota Afur (4) Kaanserii Harmaa Akka Qaban Itti Himama (WHO)! Mallattoo isaa yoo beekne dafnee yeroodhaan yaalamuuf hedduu fayyada!
________________________________
Mallattoolee Kaansarii Harmaa
1. Waanti jajjabaataan akka dhiitaa fakkaatu harma keessatti uumamuu. Kana qaqqabuudhaan ilalauun ni danda'ama.
2. Fiixee harmaa keessaa dhangal'aan keessumaa dhiiga makate gadi dhangala'uu.
3. Fiixeen harmaa kan duraan fuulduratti ba'ee jiru, deebi'ee gara keessaatti galuu ykn dhooquu (retraction).
4. Dhukkubbii harmaa fi fiixee harmaa
5. Jijjiirama gogaa harmaa irratti mullachuu. Kunis diimachuu, gogaan harmaa waan akka dirmammuu (qola burtukaanaa fakkaachuu) fa'i.
6. Xannachoonni bobaa jalaa guguddachuu, kunis keessaumaa jalqaba irratti bobaa gama harma hubame sanaan jiru irratti kan mul'atudha.
7. Dhiita'uu ykn hagaan dabaluu harmaa. Kanas keessumaa harma lamaan waliin madaaluun ilaaluun ni danda'ama.
Hub: Mallattoowwan armaan olii, kaanserii armaan alatti dhukkuba sasalphaa ta'an biroon illee dhufuu mala, kanaaf deemanii qoratamuudha malee mallattoo kana arguudhaan "kaanserii harmaati" jedhanii na'uu ykn sodaachuu miti!
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa H
21/11/2023
đź’“ DADHABUU ONNEE (Heart Failure)
Onneen dhiiga qaama guutuu raabsuuf, sombii ammo dhiiga sana oksijiin waliin deebisuuf hojjatu.
đź«€ Sababoota Onneen Dadhabuu:
Mudaa uumamaa onnee – Goloota walitti dhufuu (VSD, ASD)
Kulkuluu onnee – Balbala, maashaa, keessoo
Tartiibni dhahannaa onnee jeeqamu
Hibbaa dhiigaa dabaluu
Hir’inna dhiigaa diimaa
Rakkoo hormoonii
👶 Mallattoon Daa’imman:
Daddaafiin hafuura baafachuu
Harmaa hodhu dadhabuu
Dafquu, huqqachuu, qufaa
Bifaa gurraachessu
đź§’ Mallattoon Ijoollee:
Sochii dadhabuu
Harganuun ariitii
Nafa iiteessu, dhahanna onneen jeeqamu
Boraatii hedduu fayyadamu
Halkan keessaa ukamuu
🩺 Qorannoo:
Raajii
ECG
Echo
💊 Wol’aansa:
Oksijini, boqachuu
Nyaata soqiddaa alaa fudhachuu
Dawaa onnee fi baqaqsaa
⚠️ Ittisa:
Dawaa sirrii fudhachuu
Qulqullina keessoo afaan eeggachuu
👍 Like fi Share!
Dr. ABDURASHID KADIR
21/11/2023
19/11/2023
HIR'INA VITAMIN B12
************
MALLATTOO
1. Qaama ofii keessumaa harkaaf miilaa miira nama waraanuu, gubuu fi kkf namatti dhaga'amuu.
2. Sammuun daddafee waa hirraanfachuu, waan yaaduu sababaan yaaduu dadhabuu.
3. Salphaatti aaruu, dheekkamuu, of jibbuu gadda garmalee (depression)
4. Dadhabbii garmalee fi waa hojjachuuf yaalan ykn socho'an afuurri nama cituu.
5. Onneen daddafee fi humnaan dha'achuu.
6. Nyaata nama jibbisiisuu, ulfaatina hir'isuu, teessisuu fi balaqqamsiisuu
7. Dhukkubbii afaanii (afaan keessa madaa'uu) yokaan afaan nama gubuu.
8. Rakkoo deemsa dadhabuu ykn balance eeganii deemuu dadhabuu.
AKKAMIIN NAMA QABAA?
1. Dhikkuboota garaachaa kan xuuxamuu vitamin B12 kana ittisan akka : Atrophic gastritis, crohn's disease fi kkf
2. Rakkoo dhukkuba hir'ina dhiigaa fidu pernicious anemia jedhamu yoo qabaatan.
3. Qorichoota dhukkuba garaachaaf kennaman kan farra asidii garaachaa ta'an yeroo dheeraaf fudhachuu.
4. Sababa dhukkuba garaacha huban kan biraaf jecha baqaqsanii yaaluun garaacha namootaaf yoo godhamu.
5. Umuriin baay'ee namoonni dullooman, yeroo baay'ee bu'aalee biqilootaa qofa nyaatan hir'ina vitamin B12 kanaaf saaxilamoodha.
VITAMIN B12 EESSAA ARGANNAA?
Vitaamin B 12 kan argamu yeroo hedduu bu'aa beeyladaa kan ta'an akka: -Hanqaaquu
đź”´Foon diimaa
🟢Qurxummii
🟡Foon lukkuu fi kk irraa sirriitti arganna.
Hagi vitamin B12 aama keessaa yoo hedduu gadi bu'e garuu mana yaalaa deemuun vit B12 bifa qorichaan qophaa'e fidhachuun dirqama.
"Fayyaan Faaya"
Dr. Gurmeessaa
19/11/2023
MICHII SOMBAA(Pneumonia)
******************************
Namni lubbun jiraachuf
-Oksijini
-Bishaan
-Nyaata
Oksijiini malee daqiiqa 3 hin turruu
Qaamonni sirni hargansuu funyan-afuuffeti
Bakki O2 fi CO2 wolgeeddaru afuuffee
Qilleensi hargannuu %21 oksijinidha
Kulkuluun afuuffee sombaa
¤Du'a namootaf sadarkaa 1ffaa
¤Biyyaa hiyyeeyyi % 99
¤Ameerikati % 97n hir'achu sababa
-Qorichaa
-Talalli haarawa
-Inshuransii fayya eegalu
Michiin sombaa maaltu nutti fidaa
®Lubbu qabeeyyii xixxiqqo
-Vayirasii
-Baakteeriya
-Fangas
- Parasayiti
©Lubbu maleeyyii
Sababa nu saaxilu
-Umrii wogga
Click here to claim your Sponsored Listing.