Waldaa Aara Galfii Fayyina Addunyaa

Waldaa Aara Galfii Fayyina Addunyaa

Share

Aaragalfii

10/12/2022

. Faaruu Ermiy 5

Keenyaa Maaloo Mee Biyya Keenyaaf Saba Keenya Yaadadhu!

1 Yaa Waaqayyo wanta nu irra ga'e yaadadhu! Kunoo, yeellaasifamuu keenyas ilaali!

2 Dhaalli keenya kan ormaa ta'e, manneen keenyas alagaatu fudhate.

3 Nuyi ijoollee hiyyeeyyii abbaan irra hin jirre taane, haadhotiin keenyas haadha hiyyeessaa ta'an;

4 bishaan horiidhaan bitannee dhugna, qoraanis horii malee hin argannu.

5 Warri nu ari'an faana keenya irra bu'anii nu qaqqabu, nuyi dadhabneerra isaan garuu boqonnaa nuuf hin kennan.

6 Buddeena quufuudhaaf jennee, warra Gibxii fi warra Asoritti of in kennine.

7 Abboonni keenya warri dur cubbuu hojjetan, har'a hin jiran; nuyi garuu amma iddoo isaanii adabamaa jirra.

8 Garboonni nu irratti in mo'an, namni isaan jalaa nu baasu garuu hin jiru.

9 Lafa onaa keessa warri nama ajjeesan waan jiraniif, nuyi buddeena keenya illee lubbuu keenya gannee arganna;

10 beela irraa kan ka'e gogaan dhagna keenyaa illee guggubatee, akka giimii ibiddaa in ta'e.

Photos from Waldaa Aara Galfii Fayyina Addunyaa's post 22/04/2022
26/01/2022

Inni caabsee karaa banuu na dura bu'aa
Akkan haar'a gatameen mitii akkas maaliif ta'aa
Hin ta'u hin ta'u hin ta'u

Ameeeeeeen

20/01/2022

Yeroodhuma online irratti argamtu kanaa eegalee
1ffaa Eebbi dhuma hin qabne
2ffaa Jallaan kan hin abballe
3ffaa Kan kee kan jedhame
4ffaa Olii kan yaadame
5ffaa Burqaan rehobooti
6ffaa Dhaalli kakuu keet
7ffaa Gamasii gamanaa
8ffaa Walguuree barana
9ffaa Golaaf gulantaa keetti
10ffaa Utuun hafiin karaattii
11ffaa Maniif daangaa cabsee
12ffaa Jireenya siif labsee
13ffaa Jalloota qaanesseetii
14ffaa Haa galu mana keetti

Eebbifamaaa

Eebbaaf ta'aa

Ameeeeeeeeeeeeen
WALDAA AARA GALFII FAYYINA ADDUNYAA LIKE & SHARE COMENT GOCHUUN WANGEELA BAL'ISAA

Maatii kakuu eebbifamaa dachaab

Photos from Waldaa Aara Galfii Fayyina Addunyaa's post 06/01/2022

gammachiisaa baga geessan kabajayaadannoo ayyaana dhalachuu gooftaa keenya yesus kristoosiin isin ga'e baga gammaddan isiniin jetti _Waldaan Aara Galfii Fayyina Addunyaa_

Mucaan nuuf dhalateera ilmis nuuf kennameera.

Dukkanni isumaan tarsa'ee
Fayyinatu nuuf ta'ee
Baga geessaan irra deebiin hordiftoonni W/A/G/F/A
Ykn
The Rest of Salvation Internatoinal Church.

Photos from Waldaa Aara Galfii Fayyina Addunyaa's post 26/11/2021

24/"Dhuguma,Dhuguman,isinitti hima,dubbii koo dhaga'ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba;Inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbe malee,gara firdii hin dhaqu. 25/Dhuguma,Dhuguman isinitti hima,yerichi warri du'an sagalee wqy itti dhaga'an dhufuuf jira,ammuma iyyuu dhufeera;Warri isa dhaga'anis ni jiraatu*.26/Abbaan ofuma isaatii burqaa jireenyaa akka ta'e,akkuma kanatti ilma isaas immoo burqaa jireenyaa akka ta'uuf isaaf kenneera*.

*JIREENYA ARGACHUUF
1/Dubbii waaqayyoo dhaga'uu
2/Kristoos ilma waaqayyootti amanuu
3/Waaqayyoof sagaduu
4/Waanta gaarii hojjechuudha.

Eebbifamaa guddaa guddaa isaa.

Photos from Waldaa Aara Galfii Fayyina Addunyaa's post 13/11/2021

Warri waanta barbaachisaa dhaban ,irraanfatamanii hin hafan,abdiin warra gadadamoos bara baraan hin badu.
Yaa waaqayyoo humni namaa harkaa akka hin fuudhamnetti ati ka'i! Sabni lafa irraa si duratti firdii akka fudhatan godhi.
Far 9:18-19

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Oromia Region
Addis Ababa
AARAGALFIITV