AMG-Gaaffii Addaa

AMG-Gaaffii Addaa

Share

Waan Beeknu Wal Haa Barsiisnu!

23/09/2022

1. Maashinni daabboo tolchu 5 daabboo tolchuuf daqiiqaa 5 yoo itti fudhate; Maashinni 100 daabboo 100 tolchuuf daqiiqaa meeqa itti fudhata?
2. Ilmi akaakayyuu keetii akaakayyuun ilma keetii siif maal ta'a?

Page jedhu tuqaa
Hiriyoota keessan gochuun affeeraa.

23/09/2022

AMG-Gaaffii Addaa
Ilmi akaakayyuu keetii
akaakayyuun ilma keetii
siif maal ta'a?

by AMG

17/09/2022

Gaaffilee Nama Bohaarsan Qabannee Dhufaa Jirra.
Hangasitti Nu Eegaa.

16/09/2022

AMG-Gaaffii Addaa
A--Amaanu'eel
M--Maashoo
G--Gaariii

AMG-Gaaffii Addaa Send a message to learn more

15/09/2022

jaalattoota page kanaa Gaaffilee Hirmaachisaa addaa addaa qabannee dhufaa jirra irratti hirmaachuuf qophii taasisaa.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Addis Ababa