Eliyas Nazif page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Eliyas Nazif page, Health/Beauty, Addis Ababa.
08/07/2023
ከቤቶች ግንባታ አኳያ ከንቲባ አዳነች አቤቤ ለከተማው ምክር ቤት የተናገሩት:-
- የነባር 139,008 የ20/80 እና የ40/60 ቤቶች ፕሮግራም የተመረጡ ወደ ቤት ለመግባት የሚያስችሉ ስራዎችን በማጠናቀቅ አፈጻጸሙን 13ዐ, ዐዐዐ (98.65%) በማድረስ ባለእድለኞች ወደ ቤታቸው እንዲገቡ የማድረግ ስራ ተሰርቷል፡፡
- በከተማው በጀት ከሚገነቡት 1ዐ, ዐዐዐ የኪራይ ቤቶች ውስጥ 4, 4ዐዐ በሚቀጥለው መስከረም ወር የሚጠናቀቁ ሲሆን 5,6ዐዐ ተገጣጣሚ ቤቶች ደግሞ ግንባታ በአማካይ 29.25% ማድረስ ተችሏል፡፡
- በጋራ መኖሪያ ቤት ህብረት ሥራ ማህበር 4,940 ነዋሪዎች በ60 ማህበራት እንዲደራጁ ተደርጓል፡፡ ከዚህ ውስጥ የ54 ማህበራት ቦታ ተረክበው የመጀመሪያ ኘሮግራም ተካሄዷል፡፡
- በመንግስትና በግል አጋርነት የቤት ልማት ፕሮግራም የ60ሺህ ቤቶች ግንባታ ለማስጀመር ቅድመ ሁኔታን የማጠናቀቅ ስራ ተሰርቷል፡፡
- የ90 ቀናት ልዩ ዕቅድ በጎ ፈቃደኞች ባለሃብቶችን በማስተባበር እና በከተማ አስተዳደሩ ድጋፍ ከ6,415 ቤቶችን በማስገንባት ዝቅተኛ ገቢ ላላቸው የከተማችን ነዋሪዎች በኪራይ ለማስተላለፍ ተችሏል::
- በአጠቃላይ ለባለእድለኞች የተላለፉት 130 ሺህ ቤቶችን ለኪራይ ከተገነቡት 4,400 እና ዝቅተኛ የኑሮ ደረጃ ላይ ላሉት ነዋሪዎች የተገነቡትን 6,415፣ በድምሩ 140,815 ቤቶችን ለነዋሪዎች ማቅረብ ተችሏል፡፡
Doktarri Kabajaa Komaandar Atileet Daraartuu Tulluu badhaafamtuu addaa bara kanaa taate
*********
Gaazexaa Bariisaa
Badhaasa nama bayeessa 10ffaa bara kanaa Itoophiyaatti qophaaheen Doktara Kabajaa Komaandar Atileet Daraartuu Tulluu badhaafamtuu addaa taate Komaandar Atileet Daraarruun badhaasa qophaaheefii pirezdaantii Itoophiyaa Saalawarqi Zawdeerraa erga fudhattee booda haasaa taasisteen Itoophiyaaf nagaan hawwa jetteetti.
Ammas nagaan boora'e bakkatti deebi'ee biyya tasgabboofteefi hunduu hojjetee itti badhaafamu akka ta'uuf hunduu tumsuu qaba ergaa jedhu dabarsiteetti.
Komaandar Atileet Daraartuun badhaasa kanaaf kan ishee gahe hamilee Itoophiyaanotaa ta'uu eerteetti.
Pirezdaantiin Itoophiyaa Aadde Saalawarqi Zawdee gamasaaniin dubbii dubbataniin Komaandar Daraartuun qabsooftuu gurraacha Afrikaaf fakkeenya taatudha jedhaniiru.
Kan nuyi walgahiirra teenyee dubbannu caalaa hojii siyaasaa cululuqaa Komaandar Atileet Daraartuun hojjette nama boonsa garaas nama nyaata jedhaniiru.
Badhaasni kennameefii kun malaafii jedhanii Daraartuun nama tokko miti biyyaaf ijadha jedhaniiru.
Hudhaa keenya furree Itoophiyaa nagaa qabdu ijaaruuf Itoophiyaanonni bara haaraatti sammuu haaraan hojjechuu qabu jedha eliyas nazif
Click here to claim your Sponsored Listing.