Kedir dawud
My future,✓ Doctor of surgery
Ishaa Allaha
Doctor
.....
16/04/2026
15/04/2026
Rabbii siif haa kennu
Jaalala qur'aana
Barate barsiisu qooda kee haa godhu
Rabbii siin haa je.u
qara.ii olkori botaan qubsuma
tee bakka qur'aana itti dhaabde
siin haa jedhu Qiyaamaa.
13/04/2026
Waan yeroo bayyee hawwitu ni milkoofta yoo yaada kee jjiru batte jaabadhu!
12/04/2026
Waaqayyo yoo barbaade akka kan obbo Kadir kanatti yeroo gabaabduu gidduutti, gidiraa kee boqonnaatti; salphina kee ulfinatti; boohicha kee kolfatti siif jijjiira!
Obbo Waaqoon dheengadda:
Erga waggaa 40 ol uummatasaa tajaajilee booda, soorama ba'uuf jedhee waraqaa sirreeffachuuf utuu jooruu, reebamee salphatee, boo'ee gaddee mataan gadi cabe.
Har'a:
- Mata duree oduu biyyaati
- Namni kabajamaan isa caalu hin jiru
- Finfinnee keessaa mana qaba
- Baalee, aanaa Raayituutti lafa kaaree 400 qaba
- Baankii keessaa qarshii miliyoonatti dhiyaatu qaba
Waan ati waggaa 40 eegdee dhabde sana, gaafa guyyaan ga'e daqiiqaa 4 gidduutti galmee galagalchee salphina sirraa kaasee ulfinaan si dhaaba Waaqayyo!
Callisiidhuma Ameen jedhi!
29/03/2026
aamiin aamiin aamiin
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Hayat Esmail, Ahmed Jamal, Matiwos Fekede, Daniel Elius, Obsaa Mahamad Fiqiir B***a, Muhadiin Abdii Aruun, Kelvin Hermonize Harmoo, Ilyas Absalam, Jaalannan Ganda Korree Daimand, Ahamed Mohammed, Famiishaa Ahmad, Huseen Qasim, Riidoo Jimmaa, Fiqir Muca Baddanno, ትሚንተይ ሰሚሩ ክሳብ ዝሰምረለይ, Fatee Oro
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
1A2B3C