Eebboo

Eebboo

Share

Qaroo

01/03/2022

Adawan Oromoof bu'aa hin buusne, yoo nyaaten ala!

19/01/2022

Gootichi Abdii Sabaa Ergamtuu Wawwaachisaa Jira!

Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Siree Ganda Dinii keessatti gootichi ijibbaata cimaa ergamtuu waliin geggeessaa ooleen akka ajaa'ibaatti irra aanee jira. Eegamtuun warshaa sukkaaraa gootichi to'atee jiru, harkaa baasuuf ijibata gooteen konkaataa 15 fudhattee deemte tokko osoo hin oolfatiin achumatti raafuu taate, lola kanaan yoo xiqqaate reeffi 150 afamee jira, ajajaan dhibbaa kan maqaan isaa Tsaggayee Kitilaa jedhamu geggeeffameera.

19/01/2022

Urjiiwwan Oromoo!

10/12/2021

Jiruu dalgaa jiruu seetaa?

08/11/2021

Inbox

“Baratoonii magalaa Adamaa mana baruumsa Sadarkaa 2ffaa Najashii Guyyaa Kamisaa Hirriira PP Wamtee Gara moormitii Jijjiramee Turee Sababaa Saniif Baratoonii 20 ol ta'an hidhamanii jiruu
Maqaan isanii
1
2
3
4
5
6
7 fii kkn
8 Durataa mana baruumsatii
Qarreewan tana sagalee ha tanuufii oromoo Koo


Imran hussen adaamaa.......”

07/11/2021

Wareegama wbon baasaa jiru gatii nuuf qabaachu qaba !

03/11/2021

Waaqaa gaditti Eegumsa WBOn har'a geenye!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Oromia
Addis Ababa
HAYYICHA