JL Lolaa

JL Lolaa

Share

Kalleessas falmaa irran turee
Har'aas falmaa irran jirra
Gootni bilisummaaf haggamee yoomi garaa hiira.!

29/12/2021

in teenyee nuttii
Yoomu gadii teenyee
Lafaafi dachii Dangaa
Meqaasii qaxxamuree
Dafqaafi dhiiga keenyaa
Bishaan goone cobsiinee
Fooniifi Lafee Kenyaas
Qoran goone bobeesiinee
Nuyii abdii in kunee
Falmaarraa jirraa
Diinas kokee qabnee
Yeroon isheesi geessee
Ijjibaataa ijjibaataa tate
Guyyaan bilisummaa
Amma ifuu geessee

Jaal Lolaa
Like follow shere
HORAA BULAA

09/12/2021

Imala Daandii dheeraa

Qabsoon oromoodha salphaatti asin geenyee imala daandii dheeraa bu'aa ba'ii hedduu keessaa qaxxamure har'a sadarka irraa jiru argaa jiru kana irraa gahe jira qabsoon bilisummaa oromoo kana sadarka har'a irraa jiru kanaan gahuufi qaaliiwwaan ilmaan oromoo kumaafi kitilatu irraatti aarsa kaffalee itti wareegame dhaloota har'aatin gahe jira dhalooni har'aas sadarka har'a irraa jiru kana irraa gahufi aarsa wareega qaalii kaffalee asi gahe jira har'as wareega qaalii itti kaffala jira
Ammayyuu qabsichi guyyaa galma hagu fi firii qabsichaa itti argannu ammoo hin beekamu tariiti akkuma dhaloonni duraani falmacha nuun gahani nutis otuma falmacha jiruu dhaloota dhalchisuufi jirra kana kani nu jechisiisu ammoo tokkummaa dhabuu uummata keenya irraa kan ka'eeni garuu yoo uummati keenyaa tokkummaa isaa cimsate waraana isaa waraana kooti jedhe hundu daran jajjabeeffate ilmala daandii dheeraa sani galma isaa gahu dandeenyaa hanga tokummaan kaanee waraana keenyaa jalatti hin hiriirretti galmi nuti geenyuu tokko hin jiru kanaafu galmicha gahufi siyaasafi tarsiimoo hooggantoota olaanoo waraana keenyaan taliigamu nurra jirata!
kaleessa shiira nurraa dalagameen yeroo galmatti dhihaanne jennu firii qabsoo keenyaa arguufi jirutti diina afaan keenyaa dubbatu firiin qabsoo keenyaa akka hin arganneefi duuba deebinu taanee jirra shiira kaleessa nurraa dalagame suni lammee akka nurraa hin deebineefi jabaannee hojjechuun nurra kan duraa suni barnoota nuuf ta'u qaba

Suuraa Jaal Laggasa wagiifi jaallan isaadha!
lolaa
Follow invite share

08/12/2021

Injifannoo WBO zoonii bahaa!

Zoonii bahaa keessa socho'u godina harargee bahaa Aanna cinaaksan Aradda kooraa Daawwee iddoo buubbee ja'amtutti
Lola guyyaa arra roobii saa'aa 5:25AM irra gaggeefameen irreefi gachanni ummata oromoo wbo diina gubee barbadesse 7 ajjeesse 12 Madoon adabee akkasumas boojuun meeshaalee waraanaa Kilaashii 6 Boonbii F1 lamaafi kaartaa qawwee 5
Rasaasa dhibba 400 galii qabsoo mooraa bilisummaa oromoof taasise jiraachuu WBOn Zoonii bahaa beeksise!

25/11/2021

Sammuu keen duroomii
Qabaattus kayyoo
Jette jetteen bokoktee
Hin haqaaqiin haqaa!
Ati loonii mitii
Kan oofan oofamtuu
Qalbii tolchi atii
Kan yaadan soofamtu!

Hanga jirtu bara kee
Hojjedhu waan sirrii
Gaafa duutee awwaalamtu
Ririma kee firrii!
Gaafa quuftee deemtu
Hin tuffatiin namaa
Hancufaan bil jettee
Biyyoon sitti harama!
Osoo lubbuun jirtu
Dhiisi waanta hamaa
Dhugaan sitti hima๐Ÿคฆ๐Ÿฝโ€โ™€๏ธ๐Ÿค—
dhugaadhafi jiraadhu
๐๐ž๐ ๐ž ๐ค๐จ๐จ ๐ค๐š๐ง๐š ๐Ÿ๐จ๐ฅ๐ฅ๐จ๐ฐ ๐ฅ๐ข๐ค๐ž ๐ฌ๐ก๐ž๐ซ๐ž ๐ ๐จ๐œ๐ก๐ฎ๐ง
๐จ๐ฅ๐ฆ๐š๐š ๐ฐ๐›๐จ ๐ฌ๐š๐ง๐š ๐ช๐ฎ๐›๐š ๐ช๐š๐›๐š๐๐ก๐š
๐‰๐‹ ๐‹๐จ๐ฅ๐š๐š

25/11/2021

Miidhagnee argamna
Akka abaaboo birraa

Bakka itti nu eegdan
Dabarreetu jirraa๐Ÿ™

Fb kiyya waan guuteef page kiyya Jaal Lolaa jedhu like follow godhaa!

23/11/2021

๐ฒ๐จ๐จ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ง๐ž๐ž ๐ฃ๐ข๐ซ๐ซ๐š
๐จ๐๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ง๐ฃ๐ข๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ฌ๐ข๐ง ๐ช๐š๐›๐š๐๐ก๐ž๐ž ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š ๐ฉ๐ž๐ ๐ž ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐š ๐ฌ๐ก๐ž๐ซ๐ž ๐ฅ๐ข๐ค๐ž ๐Ÿ๐จ๐ฅ๐ฅ๐จ๐ฐ ๐ ๐จ๐œ๐ก๐ฎ๐ง ๐ ๐ฎ๐ซ๐š๐š ๐ช๐š๐›๐š๐๐ก๐š๐š ๐ฐ๐›๐จ

26/10/2021

.!

Balaqeesa'uu qofa ree
Inni dhifnee gunguumee
Hurii ta'e in hafnee
Marsee roobe yandeessaa

Lolanis amaatee
Inumaa didichaa yaa'e
Eessa akka yaa'u beekuu
Garuu garaan kee walaalu

Bishaaniis guutee lagaa
Galaanaa ta'e in beekuu
Fagootii mulaatee calalaqaa
Dabuusii ta'e dhidheessaa
Anii beekuu malee
Inno tarii lakkii walkeessaa.?

Kakaweessa'eera akka malee
Bakakaan bu'u hafaaree
Roobeerasii yandeessaa cima
Garuu caamuun isa oolaree

Nama bayyee dhaanusii
Bokaan ulfaatan sun
Dhaanamee jedhee in hiimanee
Kan namni in argiinee
Mataa gadii itti caamee
Mana qabu eessa goree dheessaa
Firaa qabu alagaa abdaatee teesa

Bara bokaan sun roobee
Bishaan hundumtuu guutee
Karaan ce'an dhibee
Daattun silaa in jirtu
Meereeree eesuma jirtuu

Yaa bishaan dhidheessa
Dhidheessa guutuu lagaa
Waan bayyee sitti taane
Eenyumaa sii gaddaba laata

ilaamee jaal koo
Yaa kichu kichuu
Waan sii yaadachisa
Mee itti dhiisiyyuu
Lafa qaree qaree
Hundumaafi iyyuu waan hedduu taree
Bagaa ija keenyaan wal agaree

Yaa urjii samii
Bakaalcha lafa barii..
Itti_fufaa
Hiika Qaba walaloochii
Kutaa itanutti sinii ibsa

Suuran kan biftuufi lolaati

25/07/2021

Oromiyaa Bilisoomsuuf Dirqaama Kan qabu Waraana
hidhaatee Bosoona Jiruu qofaa Osoo hin taane
Uummanni Oromoo Biyyaa keessaaf Alaa martii
dirqaama akka qabnu beekuun dirqaamadha.
Yeroo Bayyee WBOn akkana godhee jira WBOn maaf
akkana gochuu dide jetteni warri Oduu xinxaala qofa
ofaa oltaan Ani malaan dalagaa jira maltuu narraa
egaama gahee koo bahaan jiraa jettaanii of
gaafaachuun dirqaamadha.
WBOn mindeeffaamee Osoo hin tane qaama kaffaltii
tokko malee biyyaa kana afaan Diinaa jalaa baasuuf
Lubbuu isaa tokkittii qabsiisee falmaa hadhawaa
halkaanif guyyaa tokko asiisaa Jiruudha.
Kanaaf namuu gaheesaa bahuu qaba.
Shere

25/07/2021

"Godina Sh/Ki/Lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii, Magaala Tarree, Finfinne irraa KM 65 irratti argamtu keessatti, halkan kana toora Sa'aa 8:00 keessa, Meeshaan Waajjira Poolisii jiru guutummaatti mulqamee jira.
Dhukaasa Daqiiqaa 40 oliif taasisameen goolabamee jira"

24/07/2021

Jirra hundaa baachaa
Immanaa goota kalee
Yoom lafaa keenyee
Jirram hundaan as geenyee

Lubbuutu arsaa ta'e
Dhiigatu dhangaalee
Ol adeemaa meeqa
Kiichuu itti dhabnee

Garbuummaa bara dhibaa
Jaarraa tokkoof wallakkaa
Lammii kiyyaa itti dhaanee
Irbuudha nii caba
Wareegama gootatin

Mee itti dhiisii
Kan gara dhiira in beeknee

Nagaan bulaa!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa
GAADDOO