Dinishaa oromoo
Obsuun furmaata.....
I LOVE GAAZA.!
Kana beektuu …?
Ustaz Sharif Abdumalik
Lola addunyaa lammaffaa irratti :
Biyti Denmaarki Sa’a 6 keessatti harka kannite.
Luxembourg guyyaa 1 booda harka kannite.
Holand guyyaa 5 booda harka kannite.
Belgium guyyaa 18 booda harka kannite.
Poland guyyaa 35 booda harka kannite.
France guyyaa 46 booda harka kannite.
Norway guyyaa 62 booda harka kannite.
Ghazzaan mu’uminaa ta biyti duniya gurguddoon itti duulutti jirtu kophaa isii guyyaa 606 ol obsa daangaa dabreen lolutti jirti.
Harka hin kannine ganallee inshallah hin kannitu.
Amantii isii keessatti xiqqeenya hin kannine , baandiraa adii ol hin qabne.
Dhugaadha.beelaa ,ajjechaanii fi biiyti isaanii diigamte ammoo adawwiin isaanii ammallee isaan hin injifanne.
Inshallaah injifachuufillee hin ta’an.
Rabbiin dhugaa dubbate wayta akkana ja’u :
﴿ كَتَبَ اللَّهُ لَأَغْلِبَنَّ أَنَا وَرُسُلِي ۚ إِنَّ اللَّهَ قَوِيٌّ عَزِيزٌ﴾
{Rabbiin "dhugumatti, Anaafi Ergamtoonni Kiyya ni mo'anna" (jechuun) murteesseeraDhugumatti, Rabbiin Jabaa, Injifataadha.}
Mee hin sodaatinii koomentii jalatti Gazzaa sijaaladha jedhii barreessi?
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muummee Sham Abd, Daksisa Milkesa, Ibraahim Bushra Jiraa, Duursaa Jaabiir, Ahmad Kaliil, Boru Galmo, Anas Xahaa, Junee Baayi Lij, Õbšã Ķã Ãhměď, Fozisha Tiya, Kalifa Adem, Kadir Mussaa, Ĺĩj Rastawu Minte Melese, Musxfaa Muhammad, Imaani Ahmaad, Firoomsaa Ahmed, Ananee Silashii, Ababa Guta, Badhatu Jarso, If Gemacĥu, Boni Boniye
28/05/2025
HAATI DAALATTII HIN QABDU!!.
===========================
~>Harmee kiyya yaa deessee.
~>Ya ishee har'aan na geessee.
~>Waan siin jedha yoo dhageessee.
~>Tarii na yaaddaa teessee.
~>Ani garaakee keessattan
boca namaa qabadhee.
~>Gartokkee dhiiga keetiin
fudhee sirraa dhaladhe.
~>Galatakee hin xiqqeessu
oolmaa kan kee dagadhee.
~>Iddoon ga'us hin qabu
utuun sirraa baqadhee.
~>Baatii sagal obsitee
garaa keetti na baattee.
~>Waan ofiikee nyaatturraa
sooratakoo naa laattee.
~>Akka malee ejjechuudhaan
na hin miine oliif gadi kaattee.
~>Dhaladhees gadi na hin ganne
gafa rakkoon hammaatte.
~>Ciniinnattee dandeessee
gidiraa fi muddama.
~>Xurii narraa miiccitee
nagoote ilma mamaa.
~>Anaaf jecha shuntuure
maddiinkee inni ganamaa.
~>Si malee waaqaa gaditti
eenyu naa amanamaa.
~>Naa jiraadhu harmeekoo
olmaakee himee hin fixuu.
~>Abbaan fedhe utuu dhufee
takkumaa siin na hin gituu.
~>Gartokkee keeti ani
danda'ee sirraa hin citu.
~>Waanti sirraa na kutu
mataadhaan lafaa haa lixu.
~>Ijji hamtuun si hin argiin
jiraadhu waggaa kuma.
~>Furri narraa xaragee kan
na guddise sumaa.
~>Waan ati naaf jecha taate
hin dagadhuum gonkumaa.
~>HAATI DAALATTII HIN QABDUU
har'as boris haadhumaa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
HARAR