Abbaa malaa sigimoo

Abbaa malaa sigimoo

Share

Abbaa malaa sigimoo

02/11/2025

Halkan kana Halkan keessa milkooftu rabbiin siif hataassisu

19/10/2025

Rabbiin rahmata hagodhuufi

Muftii Haajii Umar Idiriis boqotan

Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2018 (FMC) - Pirezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Isilaamummaa Itiyoophiyaa kan turan Muftii Haaji Umar Idriis boqotaniiru.

Haajii Umar dhibee isaan mudateen yaalamaa turuun har'a addunyaa kanarraa du'aan boqotaniiru.

Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin boqochuu Haajii Umar Idriisiin gadduu ibsaa, maatii fi uummata maraaf jajjabina hawwa.



Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

#Allahuakbar 10/10/2025

#Allahuakbar

Photos from Sigimo Wereda Governmental Communication Affairs's post 08/10/2025
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Sigimoo
Addis Ababa
2255