Abiy Ahmed Ali

Abiy Ahmed Ali

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abiy Ahmed Ali, Health/Beauty, Addis Ababa.

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 26/12/2023

የዐሥር ዓመቱ የልማት ዕቅድ ለፍራፍሬ ምርት እና ሌሎች ዓይነተኛ የዘርፉ ምርቶችን የሚያካትተውን የሆርቲካልቸር ልማት ሥራን ለማስፋፋት ያለመ ነው፡፡ በመስኖ የተደገፈ እና ምርቱ የላቀ የሆርቲካልቸር ሥራ ለማከናወን የተደረገው ጥረት አስደናቂ ውጤቶችን በማሳየት ላይ ይገኛል፡፡ የዚህ ውጤት ዋና ማሳያ በፓፓያ ምርት ላይ የታየው ምርታማነት ነው፡፡

Karoorri Misooma Waggaa Kudhanii gama qonnaatiin qabanne, misooma hortiikaalcharii akka muduraalee xiyyeeffannoo ijoo damichaa keessaa tokko ta'an babl'isuudha. Tattaffiin homisha hortikaalcharii jallisiidhaan guddisuuf godhamaa jiru bu'aa gaarii argamsiisaa jira. Homishtummaan gama paappaayyaatiin dabalee mul'ate kanaaf ragaadha.

Our ten year perspective plan for agricultural development seeks to expand horticulture development, which includes fruits, among other key focus areas for the sector. Efforts being made in increasing irrigated horticulture production are showing remarkable results as evidenced through papaya productivity endeavours.

11/11/2023

Peace has no alternative

Mobile uploads 26/08/2023
Photos from Abiy Ahmed Ali's post 26/08/2023

#ኢትዮጵያአሸነፈች‼️
Ijoollee Itoophiyaa Baga Gammaddan!🇪🇹
= = = = = = = = = =
Amanee Bariisoo Shankuullee 1ffaan warqee, Gooyitootoom G/Sillaasee 2ffaan meetii Shaampiyoona atileetiksii addunyaa Budaapeesti 2023 irratti seenaa ajaa'ibaa maaraatoonii dubartootaan biyya isaanii injifannoo cimaa gonfachiisaniiru.

Baga gammaddan🙏

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa