Tokuma International Taekwondo
sport for all
Araarri eegalame garam gahee?
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi
Baga Ayyaana Faasikaa Nagaan geessan!
Ayyaana Gaarii!
Akkam jirtu hordoftoota keenya mee waa'ee ispoortii haasofna.
Sochii qaamaa gochuun fayyaa dhala namaatiif baay’ee barbaachisaadha. Haalli jireenya dhala namaa yeroo baay’ee sochii qaamaa idilee garagaraa waliin waan walqabatuuf akka ispoortii hojjechuutti ilaalamuu mala. Haa ta’u malee sun qofti ga’aa miti. Haala idilee qabeessa ta’een ispoortii hojjechuun baay’ee barbaachisadha.
Faayidaa ispoortiin ykn sochiin qaamaa fayyaa keenyaaf qabu maali?
Mee yaada keessan nuu barreessaa?
26/02/2023
EEBBA KANA AMEEN JEDHII FUDHU.
23/02/2023
JUNIOR CUSTOMER SERVICE OFFICER - Harmeejobs In Ethiopia Berhan International Bank Vacancy 2023: Berhan International Bank S.C invites qualified applicants for the various positions.
YAA WAAQ BIYYA KEENYAAF NAGAA BUUSI.
05/05/2022
Guyyaa gaarii qabaadha.
05/05/2022
Jirtuu
NAMA JAALLADU MALEE HI AMANIIN!!!!?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
TKMTKDCLUB