Yohee Best Berh

Yohee Best Berh

Share

GOD IS GOOD

22/09/2022
18/09/2022

Waaqa guddaa hunda caaltuu
Wanta hundaa inni ilaaltu,
Godha jennaan maal dadhabda
Tulluu jigsuuf humna qabda!
Lola beekta - loltee moota
Lafa waarii - waaree goota…
~
Dadhabneerra jiruu dalgaa
Hin rimaa'iin dhaluu sangaa
Hiitoo dugdaa - caba jilbaa
Hiibboo guddaa bara dhibbaa
Summii hadhaa damma keessaa
Nurraa kaasi ni dandeessa!

05/09/2022

-come

25/08/2022

Garaaf Hin Jiraadhu
Hin Dhabu waanan nyadhuu
Fagoodha kaayyoonko
Nagargaara naanoo waqayyon ko
Ardii irran laba
Nan lallaba
Maal akkamittiin harangamaan na qaba
Biyyarran laba!
Nan lallaba!
Maaf buddeenaaf jedhee lubbuu ko dhaba?

05/08/2022

Kakuun lubbuu qaba

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Nekemite
Addis Ababa
ADDISABABA