Cakka ye Gabriel lij
Tawaayidoo lij
29/09/2021
19/09/2021
Riste Chimdesa
Mood challege
19/09/2021
Mood challenge
17/09/2021
Artists been Addis Ababa City Press Secretary Office
19/08/2021
!
1,Nama waan gaarii siif yaadu hamtuu itti hin yaadin!
2,Amala gadhee yoo namarratti Argite gorsuuf yaali malee hamachuuf (komachuuf) hin fiigin!
3,Akkuma iccitiin kee faca'uu jibbitu Iccitii hiriyaan kee sitti himate/tte hin facaasin! Namni iccitiin isaa faca'uu jaallatu waan hin jirreef
4,Nama tokko gammachiisuuf jettee Nama tokko hin boochisin namni boo'uu jaallatu waan hin jirreef.
5,Gaarii hojjachuuf yaali malee hamtuu hojjachuuf ofin cinqin!
6,Jaalalleen kee yoo rakkate/tte wajjin rakkadhu malee irraa hin fagaatin!
7,Angoo fi Qabeeenya, Jaalatoota(Hordoftoota)hanga feeti yoo qabaattes abdattee hin boonin!
8,Firaan booni malee firatti hin boonin Garu Fira kiyya jette Icciti, Abbaa Manaa(Haadha Manaa)kee isaan bokkette hin hamatin,hin xiqqeesin!
8,Akkumaa yaaddanitti dubbachuu mitii itti yaadanii dubbachuun ogummaadha!
Hanguma fedhelle yoo sitti hammate Ykn Addanillee baatan Abbaa/Haadha Manaa/Hiriyyaa, kanke namoota biratti hin hamatin, Fira kee birattis hin xiqqessin,
Takka Haadhaa mana kee (abbaa manaa)kee fira kankee bokkeetti, xiqqeessu barran ,Kanan adda baate kan biratti Heerumtus amma immo akka ati isaan Xiqqesituf isaantu haala sif mijjessa waantahef Jalqabuma of eggadhu.
9,Oolmaan kee har'aa galma kee boruuf murteessaadha Hin dagatiin!
10,Nama ilkaaniin sitti kolfu hunda hin Amanin!
11,Gariin namaa yeroo ammaa harka mirgaatiin abaaboo siif keennaa harka bitaatiin albee sitti qarataa Ofeeggadhu!
12, Boru jireenya gaarii jiraachuuf har'a waan gaarii raawwadhu!
13,Hanga nama jaallattu beekta malee hanga namni sii jaallatu hin beektu. gonkumaa ebelu akka gaariitti na jaallata/tti hin jedhin!
14,Nama jecha gaarii sitti dubbatu, Atu jecha hama itti hin dubbatin .
Jecha gaarii san itti yaade waan siin waama jiru, Yoo ati osoo inni jecha gaariin siwama jiru afaanitti qabde, Of keessa deebi'eti jechoota hama maqa baleessi kee irratti bobba'aa wan tahef.
15,Followera(Hordoftoora Facebooki)baayyen qaba jette ofin abdatin...............?wantahefi
16, Waanuma fedhees tahu namatti,dharaafi hamaa hin yaadin!
17, Ati jaalattus jibbitus Rabbiin nama fayyadu barbaade ati miidhu hin dandessu waan taheef!
18, Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan galaanaa keessatti darbaniiyyuu qurxummii afaanitti qabatee keessaa baya. Kanaf anaa fi lammi koo hunda warra caarra gaari qabu nu haa godhuu.
19, Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne, namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyatti mul'achuu hin danda'u.
Kanaaf anaa fi isiniis warra qormaataan qarame milkaa'un mullatu malee qormaatan qalamee adawwin itti koflu nu hin godhin.
:
.
Jijjirama fuduuf waan dur hin jirre hojjachuu osoo hin taane, karaa addaatin waanuma dur jiru hojjadhu.
Nama hanqina ofii beekutu jijiiramaaf hojjata. Karaa dur hojjatteen immoo hanqina sana fooyessuu hin dandeessu.
Waanuma dur jiru sana Karaa addaatin yaali.
Ormi ammaf hanga ati dandii kankee kan dur irra jirtu sanirra abdii kutattutti sirritti isin deggaruu!.
Akka waan sirri irra jirtanitti ,Siitu haqa qaba isinin jedhuu,Yeroo ati onnee horatte haqa sitti fakkate dandi dur irra jirtu sana guutuman gututtii dhifti isin jala deebi'anitti harka isinitti rukutu!!
Maalif isin deggaru seetan dandiin ati dur irra jirtan san waan milkitti isin geessuf deemufi,
Akka waan isin dandii dur san dhiftani dandii jallaa kana yeroo qabattan ilmi nama tokkolleen dandin amma qabattan kuni sirri miti isinin hin jedhan.
Maalif seetan akka isin milkoftan hin fedhan waan tahefi
Abdi Amin Bakar walbiran gaha
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
BU
Opening Hours
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |