Office Dursaa

Office Dursaa

Share

Live Adidas Ababa

16/05/2025

Qube Afaan Oromoo keessa kan tasumaa maqaan nama ittiin hin jalqabnee kamiidha? โœ๏ธ๐Ÿฟ

03/02/2025

My best..โ™ฅ๏ธ
๐๐š๐ญ๐ก๐ข๐ฏ๐š๐ซ๐š ๐“๐จ๐ฎ๐ซ ๐๐š๐œ๐ค๐š๐ ๐ž ๐Ÿ’๐/๐Ÿ“๐ƒ 9829807653855 -809746560587
@17000๐ฉ๐ž๐ซ ๐๐ž๐ซ๐ฌ๐จ๐ง ๐๐ฒ ๐‰๐ž๐ž๐ฉ
@12000 ๐ฉ๐ž๐ซ ๐ฉ๐ž๐ซ๐ฌ๐จ๐ง ๐›๐ฒ ๐๐ฎ๐ฌ
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ: ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ ๐ญ๐จ ๐๐ข๐ซ๐ญ๐š๐ฆ๐จ๐๐ก
* Depart early in the morning from your location via Sindhuli BP Highway.
* Have lunch on the way.
* Explore the Terai road.
* Stay at Birtamodh.
* Have dinner at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ: ๐๐ข๐ซ๐ญ๐š๐ฆ๐จ๐๐ก ๐ญ๐จ ๐“๐š๐ฉ๐ฅ๐ž๐ฃ๐ฎ๐ง๐ 
* Have an early morning breakfast at the hotel and head towards Taplejung.
* Enjoy the journey with sightseeing opportunities.
* Explore the ways of Taplejung.
* Have lunch on the way.
* Stay at Taplejung.
* Have dinner at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ‘: ๐“๐š๐ฉ๐ฅ๐ž๐ฃ๐ฎ๐ง๐  ๐ญ๐จ ๐“๐ก๐ฎ๐ฅ๐จ๐ฉ๐ก๐ž๐๐ข โ€“ ๐๐š๐ญ๐ก๐ข๐ฏ๐š๐ซ๐š
* Take a jeep to Thulofedi early in the morning (self-cost for jeep, which is 400 for going and 400 for coming back).
* Trek about 5km from Thulofedi towards Pathivara.
* After visiting Pathivara, return back to the hotel.
* Have dinner at the hotel.
* Stay at the hotel.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ’: ๐“๐š๐ฉ๐ฅ๐ž๐ฃ๐ฎ๐ง๐  ๐ญ๐จ ๐Š๐š๐ง๐ฒ๐š๐ฆ
* Have an early morning breakfast at the hotel.
* Have lunch on the way.
* Explore Kanyam and the Ilam District.
* Have dinner at the hotel.
* Stay at Kanyam.
๐ƒ๐š๐ฒ ๐Ÿ“: ๐Š๐š๐ง๐ฒ๐š๐ฆ ๐ญ๐จ ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ
* Have breakfast at the hotel.
* Head back to Kathmandu.
* Have lunch on the way.
* Reached Kathmandu
๐๐š๐œ๐ค๐š๐ ๐ž ๐ˆ๐ง๐œ๐ฅ๐ฎ๐๐ž :-
โœ… Lunch
โœ… Dinner
โœ… Breakfast
โœ… Room Accommodation ( sharing Basis)
โœ… Transportation ( bus or jeep as per your preference)
๐๐จ๐ญ ๐ˆ๐ง๐œ๐ฅ๐ฎ๐๐ž๐ ๐ข๐ง ๐๐š๐œ๐ค๐š๐ ๐ž ๐Ÿ˜•
๐๐š๐œ๐ค๐š๐ ๐ž ๐ง๐จ๐ญ ๐ˆ๐ง๐œ๐ฅ๐ฎ๐๐ž๐
โŒ Snacks & cuisines
โŒ Drinking beverages (Beer, Mineral Water)
โŒ Personal expenses
โŒ Travel Insurance
โŒ Overstay due to any natural calamities/strikes
๐…๐จ๐ซ ๐ฆ๐จ๐ซ๐ž ๐จ๐ซ ๐๐จ๐จ๐ค๐ข๐ง๐  ๐‚๐จ๐ง๐ญ๐š๐œ๐ญ : 097980-7653855
๐’๐š๐ง๐ฌ๐ก๐ซ๐ž๐ž ๐ˆ๐ง๐ญ๐ž๐ซ๐ง๐š๐ญ๐ข๐จ๐ง๐š๐ฅ ๐“๐ซ๐š๐ฏ๐ž๐ฅ ๐€๐ง๐ ๐“๐จ๐ฎ๐ซ๐ฌ (๐๐ฏ๐ญ. ๐‹๐ญ๐.) ๐Š๐š๐ญ๐ก๐ฆ๐š๐ง๐๐ฎ
Note: School

02/02/2025

With Super Oromo Sport โ€“ I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

30/01/2025

Yang boss

30/01/2025

Ergamaan Rabbii irratti Salawaata buusi biraa hin darbinii Sallallaahu Aleeyhi wassallam

30/01/2025

Deegartoota Rela Madrid Yeroo hundaa Gammachuu keenya itti fufa

28/01/2025

DALAGAALEE 3 TAN GALANNI ISII DAANGAA HIN QABNE
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

1: Dhiifama Namaaf Godhuu

โ€ข Rabbiin Qurโ€™aana isaa Keesatti akkana jaโ€™a. โ€œNamni Dhiifama godhee hariiroos tolche galanni isaa rabbi irra jira.

โ€ข Dhiifama namaaf godhuun waan akka malee jabduuti. Namni tokko nama isatti balleesseef dhiifama godhuuf waa hedduutu isa daangeessa. Isaan keessaa, Sheeyxaana, Nafsiyyaa fii of guddisuudha. Namni namaaf dhiifama godhu Wantoota kana hunda injifateeti. Kanaafuu Yaa obboleeyyan kiyya dhiifama waliif godhuu aadaa haa godhannuu. Jidduu teenyaa fii jidduu obboleeyyan Keenyaa rakkoon yoo jiraatte dafnee rakkoo San furmaata itti haa kenninuu.

2: Obsa Qabaachuu

โ€ข Rabbiin Subhaanahuu Wataโ€™aalaa Qurโ€™aana isaa keessatti yeroo waaโ€™ee Obsaa dubbatu akkana Jaโ€™a โ€œWarri obsan mindaan isaanii kan isaaniif kennamu lakkoofsa maleedha.

โ€ข Obsi jiruu ilma namaa keessatti bakka guddaa qaba. Wanni irraa obsan hedduudha. Haraam Dalaguu irraa obsuu. Musiibaan yeroo sitti buute obsuu, mokkora addaa addaa irratti obsuu fii kkkf. Oromoon yeroo makmaaktu Obsaan Aannan Goromsaa dhuga jetti. Kanaaf waan karoorfanne irra gahuuf gufuu fii gufaata hedduu bira dabarru malee akkanumaan laaffutti bira gahuu hin dandeenyu. Kanaafuu waan lafaa kaaneef bakkaan gayuuf obsi akkaan barbaachisaadha.

3: Soomana

โ€ข Rabbiin keenya Subhaanahuu Wataโ€™aalaa Hadiisa Qudsii keessatti yeroo waaโ€™ee soomanaa dubbatu akkana Jaโ€™a โ€œDalagaan ilma Aadam hundi isimaafi, Soomana malee, inni garuu kiyya anaatu galata galchaafโ€.

โ€ข Kanaaf Soomana fardii fii sunnaa akkaan jabeessuu qabna. Kana malees soomanni sawaaba gurguddaa Ajaaโ€™ibaa fii akkasumaas fayyaa qaama keenyaafillee hedduudha qaba.

Tanaafuu Yaa obboleeyyan kiyya dalagaalee Gaggaarii akkanaa tan galanni isii honga hin qabne tana daleeynee Guyyaa boruutiif ol haa kaayyannuu.

Barreeffama kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

By: Ibsaa Dhugaa

https://t.me/ibsaadhuga

27/12/2024

Waajibaanni Salaataa Meeqa Akka Tahe Ni Beeytaa ?
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

Waajibaata Salaataa jechuun waan Salaata keessatti Yoo dhiiste salaanni kee si duraa badu, tan ammoo Yoo irraanfiin daleeyde Sujuuda Sahwiin Bakka Buustu jechuudha.

Wajibaanni Salaataa Saddeeti ; Isaaniis

1: Allaahu Akbarii Salaata Keessaa Hunda, Tan Hidhannaa Malee

2: Rukuuโ€™a Keessatti โ€œ Subhaana Rabbiyal Aziimโ€ Jechuu
3: SamiAllaahu Liman Hamida Imaamaa fii Namni Kophaa Sagadu jechuun dirqama

4: Rabbanaa Walakal Hamdu Jechuu
5: Sujuuda Keessatti โ€œSubhaana Rabbiyal Aโ€™alaaโ€ Jechuu
6: Sujuuda Lameen Jiddutti โ€œRabbi Ighfirliiโ€ jechuu
7: Tashahhuda Duraa ykn Attahiyyaatuu Jalqabaa
8: Attahiyyaatuu Taaโ€™anii Qaraโ€™uu

Waajjbaanni salaataa saddeettan akka Armaan olii kana fakkaata.

Obboleeyyan kiyya amma dura yoo hin beeynellee amma kunoo barreeffama kana dubbisnee irraa haa barannuu.

Share Godhaa Waliif Raabsaa

Rabbiin Warra salaata arkaana, waajibaata akkasumaas sunnaalee isii guuttatee salaatu Nu Haa taasisuu.

By: Ibsaa Dhugaa

https://t.me/ibsaadhuga

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Love
Addis Ababa
096325