Dirribee Dajanee
wa.ee Amanta kootii qofaa�
14/07/2023
27/06/2023
ለሰይጣን ፈተና መፍትሔ || መምህር ዘበነ ለማ ለሰይጣን ፈተና መፍትሔ || መምህር ዘበነ ለማ
19/06/2023
_💠MAQAA ABBAA KANII ILMAA AFUURA QULQULLUU SADEEN WAAQAYYOO TOKKOON AMEEN AMEEN _*
_Nageenyii fi Araarri Waaqayyoo isiinif haa baay'atu maatii Waaqayyoo Akkam sa'ati fi daqiiqaa kana geessan _
_Araarri Nagaan jaalallis issiniif haa baay'atu ergaa Yihudaa 1÷2
✝Jechaa Ergamaa Jedhuu Hiikiin isaa
《E》~Eyyamaa Waqayyoo Garaa Namaa Kan Fidan
《R》~Rakkii Keessaa Namaa Kan Basan
《G》Gara Laftotaa Kan Ta'an
《A》~Angoo Qabeenyii Kan Ta'an
《M》~Mul'ataa Kan namatu Himan
✝Ergamoonni Waqayyoo Naannoo Wara Waqayyoo Sodatan in Bufataa,Inni Isaan In olchaa
~F/Dawiti《34:7》
✝M/Dani'eel《12:1》
✝F/Dawiti《91:11~12》
✝M/Dani'el《10:13》
✝☝🏻Maqaa Abbaa kan ilmaa Kan Afuuraa qulqulluu waqayyoo tokko Ni Aman Ameen
🤝🏻Jakatomitoo Mati Waqayyoo Kan Waqayyoon Jalatan Kan inni Calchisee Hangaa Du'aa lubbusati nuu Jalatuu Bakkumaa Jirtan Marati Nageenyi Fi haraarri waqayyoo isnif haa bay'aatuu Akkaam Jirtuu
✝Bagaa Guyyaa Yadanoo Angafaa Ergamotaa Kan Ta'ee Qulqulluu Mika'eelin Isin Gahee
Ameen Egumsii Ergamotaa Kennaan Qulqullotaa Arsumaan Haadhaa keenyaa Dubaroo Mariyaami Bakka Jirtan Marati Isinirra Addaa Hin Bahiin!!
Fedhaa Fi Jalallaa Waqayyoti Farfanaa Kan Wajjin Haa Farfanuuu🎤🎤🎤
✝☝🏻Nagargaruuf dhufee
Nagargaruuf dhuufee mika'eel samirraa
Gaadisaa kochoosaa ofirat-argeeraa
Isaa nayyadesu leyyoo-tiwiseraa
Hararsuusaatini jabadhee dhabera 《 2 》
《《Ceesiisaa》》
Rakkoon bay'aatuyyuu gidiraan lafarraa
Dinaatiin qabamee yoon dhabeyyuu karaa
Mika'eelin wamee daandiikoo naaf ifaa
Dadhabaa gargaruuf inni dafee dhufaa
《《Ceesiisaa》》
Maqasaa yoon wamee mika'eel jeechuunii
Mo'aabi rajinnii hin dhuftuu dhabsunii
Osoo inaftukoo sodaatin rafaamuu
Kadhasaan jabatee mogoleekoo ro'muu
《《Ceesiisaa》》
Gargaree danlee'eli guyya dhiphinnasaa
Lenccaa afaan cuufee dhabatee cinasaa
Afaan qabachisee moormiituu diinasaa
Gadda-kenyaa kessaat-har'aas nuu jabessa
《《Ceesiisaa》》
Nuuttii hin fakaatiin tasa kaan gatamnee
Namaa nugargaraan of-biraati dhabnee
Nuuf kadhataa jechuun warrii amanaanii
Ebbaan ni gutamaa hir'uun manasaanii
Nagargaruuf dhuufee mika'eel samirraa
Gaadisaa kochoosaa ofirat-argeeraa
Isaa nayyadesut leyyooti-wiseraa
Aararsuusaatini jabadhee dhabeeraa 《 2 》
ELELELELELELLELELELEL👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿👏🏼👏🏼👏🏼👏🏼🌿🌿🌿🌿🌿
NAA JALQABSISEE KAN NAA XUMURSISEE GALAAN ABBAAF ILMAAF AFUURAA QULQULLUUF ,DESSUU HADHAA WAQAYYOOTIF ,ULFTAA FANNOOSATIF BARUMAA BARAN HAA TA'UU AMEEN⛪☝🏻
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
1000