Iyasu netwookii wallagga mandii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Iyasu netwookii wallagga mandii, Health/Beauty, In oromia political science and technology, Addis Ababa.
Bakka itti na eegdanii na dhaabu kessan osoo hin tanee bakkaan ittin
Off eege of dhabuu kootu na gadisiisa .
Adeemsa kayyoof malee gad jechuun lafa ta'uu yaaduf miti
Kabajaa keef yoon gad jedhu
An lafaa na deemii jechuu miti
Wantii hunduu wan ta'uuf qaba.
19/01/2022
Hordoftoota Amaantaa kiriistaana baga Ayyaana cuuphaa kana 2022 ttin nagaan gessaan.
Dhichisee loola gootni
13/01/2022
Oromummaaf Oromiyaaf jettee wantaa hundaa battee seenaaf seerii sii haa yaadatu koloonel Gammachuu Ayyaana .
Gaddaf gammachuuf yeroo hin qabuu.yeroon hangaa lubbuun jirruutti qabsoodha.
Iyoolee
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
IYASUABERA