Gaaddisa Gammachuu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gaaddisa Gammachuu, Addis Ababa.
31/03/2025
With Giifti M Fkr – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
17/12/2024
😭
Jireenya biyya lafaa kana injifachuuf osoo buutee baatuu sa'aa hedduu dura yeroon dhagahu dhugaa jedhee amanuu dhiisee oliif gadi si iyyaafachaan ture 😭 , amma garuu obboleessikee obboleettiikoo biyya akka galuuf irraa gadda guddaa keessa taa'een haalduree mijeesseen xumuuree jira yeroo jedhu amanuun danda'e GaGannat Mucaa Yesus😭😭😭
Hundaafuu waanti godhamu hin jiru, kan nuti gochuu dandeenyu reeffi obboleettii kun dhufee biyya abbaa isheetti akka awwaalamuuf warri biyya ta'e tumsa nurraa eeggamu haa taasifnuun dhaamsa keenya 😭
Waaqayyo lubbuu ishee jannatatti haa qananiisu, maatiifi foroottaniif jajjabina haa kennu 😭
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ahimedin Temam Ebrahim, Hafiz Ababiya Abamilki, Sanyii Gindoo, Kedir Chuluke, Kisi Wilisa
“Kan ga’e haa fuudhu! Kan geessellee haa heerumtu!” heera fi uumaa ganamaati.
Waaqayyo sin haa tokkoomsu; milkaa’aa!❣️
♥️🤝♥️
09/02/2024
23/01/2024
🙏
Dhalattootaafi deeggartootaa Aanaalee Gindabaratii fi Abuunaa Gindabarat hundaaf🙏
Rakkoo daandii Aanaalee Gindabarat 2'n muudate furuuf Onkololeessa 25,2016 marii marsaa 1ffaa gaggeessineen koree hundeessuun kallattii gara fuulduraa kaa'uun keenya ni yaadatama.
Bu'uuruma kanaan marii marsaa 2ffaa milkaa'ina ijaarsa daandii misooma biroo haammateef namoota hunda kan hirmaachise mariin guddaan 19, 2016( ) ganama sa'aa 2:30 eegalee ta'uu isin hubachiifna🙏
:
Magaala Shaggar kutaa magaalaa Gafarsa Gujee iddoo addaa , Hoteelaa fi Riizoortii Eegduu Ilaalaatti
Gamoo Biruk(Gold) haaraa ijaaramaa jiru bira galma marii marsaa 1ffaa gaggeessine keessatti ni adeemsifama.
: Namoonni hundi waliif qooduufi irratti argamuun waamicha harmee keessaniif dursa owwaadhaa!
Koree Misoomaa Gindabaratiifi Abuunaa Gindabarat🙏
Numilkeessi Waaq🙏
28/12/2023
Dhaha/Kaalaandariin) Oromoo xumuramaa jira.
Haayyoonnii Oromoo , Dhaha(Kaalaandarii) Oromoo haala kanaan hojjetanii, gollabbii isaa nuttii agarsiisaniiru.
Ammas galatoomaa jabaadha jechuunii barbaanna.
26/12/2023
Once again as a little boy from I want to reassure you that this is not but Wonchi🥰
Come and visit please; appreciate the beauty of nature, entertain the wisdom of this generation.
Enjoy it please.
❤️
Click here to claim your Sponsored Listing.