Dassuu

Dassuu

Share

Medical information General knowloge

16/11/2025
Photos from Dassuu's post 14/11/2025

MRI
Magnetic Resonance Imaging
********************************
* MRI’n maagineetti jajjaboo ta’an fayyadamuun dirree maagneetii (magnetic field) uumuunii fi dambalii elektroomaagneetii xiqqaa ta’e (radio frequency range) fayyadamuun hojjata.

* Moolaakiyuulonni haaydiroojiinii qaama keessa jiran (kan irra jireessaan bishaan qaamaa keessatti argaman), yeroo naamni maashinii MRI keessa seenu, dirree maagneettii maashinii MRI’n uumamun, tarree galu. MRI’n haala haaydiroojiinonni tarree galuun naanna’an (resonate) godhan kana dambalii raadiyootiin qindeessuun, suuraa kutaa qaama qoratamaa jiruu kan kaasuudha.

* Qaamni namaa (ulfaatinni) %10 ta’u elamantii haaydiroojiin (H) kana irraati. Haaydiroojiiniin kun harki caalu ammoo bishaan (H2O) qaamaa keessa kan jiruudha. Qaamni namaa % 60 ol bishaan irraa ijaarame. Qaamonni keenna adda addaa hamma bishaanii garagaraa qabu. Adda addummaa hamma bishaanii qaban kan fayyadamuun suuraan MRI irratti ka’us qaamota adda baasee agarsiisa.

* CT- Scan irraa kan adda isa godhu tokko caarallaa qaama irratti miidhaa geessisuu danda’u (ionizing radiation, x- ray) kan hin fayyadamne ta’uu isaati.

* MRI scanner-iin keessattuu qaamota lafee hin taane, tishuuwwan lallaafoo akka maashaa, ribuu, moorgayaa fi coomaa ittiin qorachuuf immeejiingii filatamaadha. Cabnanaa fi rakkoo lafee adda baasuuf, MRI irra CT- Scan-itu filatamaadha.

* Ispaayinaal koordii fi narviileen, akkasumas maashaaleen, moorgayaa fi ribuun CT-Scan caalaa, MRI’n sirritti waan mul’ataniif, MRI’n qorannoo dhukkubootaa fi miidhama buusaawwanii (joints) akka jilbaa, ceekuu, fi dugugguruu dugdaa irratti immeejiingii hunda irra filatamaa ta’eedha.


* Akkasumas, sammuu keessatti tishuuwwan jiran kan white fi gray matter jedhaman gargar baasee muldhisuu waan danda’uuf qorannoo sammuu irrattis MRI’n filatamaadha.

* MRI’n akka CT-Scan raadiyeeshiinii (caarallaa nama miidhuu danda’an) waan hin fayyadamneef, qorannoo immeejiingii deddeebiin namaaf godhamanii fi bu’aa yaalaa itti

09/06/2025

please follow my page health informetion and question

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Abeba
Addis Ababa
LIDETA