Bonaa man

Bonaa man

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bonaa man, Health/Beauty, Abiy Ahmed Ali, Addis Ababa.

26/08/2026
26/08/2026

bonaa

03/06/2026

Dooktar Abiy Ahimad Sagalee isaanii kennan

Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Buufata Filannoo Bashaashaa Harootti argamuun Sagalee isaanii kennaniiru.

Photos from Bonaa man's post 03/06/2026

Guyyaa har’a, Looreeta Nagaa Addunyaa, Muummee Ministira Rippaabilika Federaala Dimokraatawa Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD), akkasumas hooggantoota mootummoota federaalaafi naannoo keenyaa waliin ta’uun, Godinaalee Booranaa Bahaafi Booranaatti argamuun daawwannaafi eebba pirojektoota garagaraa gaggeessineerra. Pirojektoonni tarsiima’oo kunniin, galmoota hidhamiinsaa, omishaa, damdamannaafi qaroominaa ummata wiirtuu aadaafi bulchiinsa gaarii ta’e kana dhugoomsuuf kan dandeessisan ta’uu hubaneerra.

Imala kanaan, jalqaba irratti Buufata Xayyaaraa Gadaa Nagallee Booranaa eebbifneerra. Mummeen keenya buufanni kun akka ijaaramuufi dandeettii xayyaarota ammayyaa keessummeesuu akka qabaatu murteessurraa jalqabee, adeemsa ijaarsa isaa hordofuudhaa hanga moggaasa maqaatti shoora eenyumaanuu bakka hinbu’amne taphataniiru.

Buufataaleen Xayyaaraa Gadaa Nageellee Booranaafi Yaaballoo ji'oota muraasa dura hojiitti gale, hawaasa horsiisee bulaa godinaalee lamaanii, gabaa biyyaalessaafi alaa, yaa’iinsa invastimantiifi turizimii akkasumas tajaajila ummataa waliin caalaatti walitti fiduu kan dandeessisanidha. Ijaarsa pirojektoota daandiiwwaniifi buufataalee xayyaaraa naannawa kanatti gaggeessinu, moggeeffama hawaasummaa hmbisuuf, fageenya dinagdee gabaabsuufi carraawwan baldhaa uumuuf akka tarsiimoo ijootti fayyadamaa jirra.

Ittaansuun kilaastara qamadiifi midhaan gosa garaagaraa godina Boorana Baahaa, Aanaa Liiban daawwanneerra. Godina kanatti inisheetivii qamadii erga jalqabnee waggoota sadi kan hincaalle ta’us, waqtii kanatti qofa, lafa hkt. kuma 176 ol misoomsinee callaa kunt. mil. 3.1 eegaa jirra. Naannawa armaan dura hanqina roobaafi hongeen beekamu, har’a qabatamaan gara giddugala oomishtummaa wabiin nyaataa itti mirkanaa’etti ceesisuuf imala milkaa’aa irratti argamna. Yeroo dhufuttis, hojiilee qonna kilastaraa, mekaanaayizeeshinii, eksiteenshiniifi qorannoo qonnaa akkasumas hirmaannaa qoteefi horsiisee bultootaa dabaluu irratti raawwataa jirru cimsinee kan itti fufn

03/06/2026

𝗔𝗺𝗺𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗙𝗶𝗹𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗯𝗶𝗿𝗼𝗼 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂!
Haala amma biyya keessa jiruun, Filannoon bara kanaa hatamtee jirti jachuun iyyaa ooluurra, sagaleen hatamtee yoo biyyattiin nagaya argatte irra naaf wayya!

Ee yeroon kana ja'u rakkoon hin jirtu jachuu kiyyaa mitii beeki rakkoon ummata keenyarra jirtu rakkoo hangana jedhamee himamuun hin dandahamneedha. Tahuus garuu biyyattiin tuni diigamte nurratti kufuurra mootummaan biyya bulchaa jiru itti fufee wal jalaa wal sirreeffachaa gara fuula duraatti deemuutu nuuf irra wayya.

Yeroo ammaa warri kaabaa guutumaa guututti jaalala keenya waan hin qabne fakkaatu. Tigraay yoo fudhatte guutumaa guututti warra TPLF harkatti kuftee jirti. Naannoon Amaaraa shiftaa Faannoo harka jirti. Jiddugala biyyattii irraahis tahe gara kibbaa, dhihaa fi bahaa kanaahis haa xiqqaattuu malee yoo lolli fi shoororkaan biyya keessaa tuni hammaatteef, isaanis deeggarsa biyya diiguuf taasisan irraa waan hin oolleedha.

Kanaafuu dirqama eega biyyattiin tuni maqaa Oromootin hogganamaa jiraattee ani mootummaa kana deeggaree fi deeggaru baadhuus namni ati Oromoo miti ja'ee na dhisu numa hin jirree tana qalbifadhuun baana.

Yeroo biraa wal ragaxnullee, yeroo akka ammaa Alagaan roorroo hammeesse kanatti nuti waliif dagalee tahuun dirqama.

Jarattiin dhala Oromoo waan tahe hunda jibbitu tuni isaan harka hin jirre malee deeggartoota paartiilee Oromoo taanee wal jibbinu kan akka deeggaraa ABO, KFO, Badhaadhinaa fi Waraana Adda Bilisummaa Oromoo (WBO ) ja'anii diinni adda filanii waan nu dhiisanii mitii beeki, walumaan waan dhala Oromoo taane qofaaf nu dhabamsiisuu barbaadu waan taheefiin ammatti dirqama paartiilee warra keenyaa keessaa caaseeffama guutuu dorgomaa tahe sadarkaa biyyaatti guuttatee filannoof of qopheessee dhihaate waan hin jirreefi. Isuma badhaadhinaa kana komachaa, qeeqaa, bakka ciminni jirutti immoo dhugaa bahaafii deemuutu wayya tan jattuun qaba.

Yaada natti mullatuun ibsadhee galatoomaa!!!
Kelif Mohammed

03/06/2026

Kvaratskhelia, Yamal, Olise, Mbappe,
Dembele and Kane – club stats this season:

🇬🇪 Kvaratskhelia: 18 goals, 10 assists

🇪🇸 Yamal: 24 goals, 17 assists

🇫🇷 Olise: 22 goals, 26 assists

🇫🇷 Mbappe: 42 goals, 6 assists

🇫🇷 Dembele: 20 goals, 11 assists

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Kane: 61 goals, 7 assists

The 2026 Ballon d’Or race is taking shape 🔥

23/05/2026

Sabni Miidiyaa jabaa Hin Qabne Birmaddummaa hin Qabu.!
~~~~~~~~
Miidiyaa Qorannoo Jabaa Hundeessuuf sochii Eegalleerra.
Miidiyaa Jaraa Ethio Forum ኢትዮ ፎረም Jedhamu warri beektanii fi Dhaggeeffattanii Garaan isin madaa'in ni jira jennee hin yaadnu.

Nutiis madaa keessan kana fayyisuuf Miidiyaa Dhugaa Ummata Itoophiyaa keessattuu Ummata Oromoo baasu Ethiopia Daily Facts Jedhamu maqaa ormilleen hubatuu fi Hordofuun Hundeessineerra.

Miidiyaan kun faallaa Ethio Forum Nagaa fi Dhugaa Ummata Keenyaa baasuuf kan hojjetu yoo tahu Miidiyaalee Amma jiran Caalaa Caalaa Gad Fageenyaan Ragaa fi Seenaan qoratee kan diinatti himu, kan Fira barsiisu kan Rakkoo Ummata Keenyaa Ifatti gaafatee hamma Deebii argatutti jalaa hin hafne... Kana Hundeessuuf qophii hunda xumurreerra.
Hanqinni dinagdee seensa kana qofa irratti waan nu mudateef Namoonni Miidiyaa Seenaa Hojjechuuf hundaa'e kana irratti Ashaaraa mataa keessanii kaawwachuu Barbaaddan, Qaamoleen Mootummaa fi miti Mootummaa Hanqina Koombitarootaa fi Camera 📷 nu qabee jiruutu jira Waan Ta'eef waan dandeessaniin Nu Deeggaraa.

Account Deeggarsaa!
- 014251707394300 - Awash Bank ykn -1107922671917- Siinqee Bank
-248879378- Abyssinia Bank

Nu Utubaa!
Sabni Miidiyaa Cimaa hin qabne Yoomiyyuu moo'amaadha.

Koree Miidiyaa Ethiopia Daily Facts irraa!
Waamichi kun kan isiniif dhiyaate..!
Dr. Dechas Daily - Hogganaa Miidiyichaa.
Lemma Megersa Wako (PhD) - dura Taa'aa Boordii Galii Miidiyaa Keenyaa fi Gaazexeessitoota Baay'ee waliin tahuun Waamicha seenaa isiniif dabarsina jedha Ethiopia Daily Facts.

Miidiyaa kana Utubaa!
Miidiyichi Akkuma hojii eegaleen Af-Gaaffii Ana Waliin Taasifnuun Tamsaasa isaa idilee Jalqaba.

Galatoomaa Irratti Hirmaadhaa 🙏

Odeefannoo dabalataaf: +251701300142 irratti nuuf Bilbiluu dandeessu.

21/05/2026

Oduu Ammee : Manguddoon Waggaa 50 Olii Kan Dargaggeessa Poolisii Dire Dawatti Heerumte Halkan Edaa Tapha Geemii Asiledin Mohammed Waliin Karaa Tik Tokiin Abbaa Manaa Ishii Wajjiin Tahuun Taasisaniin, Jimaa Qaamaa Jiran Afaan Keessaa Gara Afaanitti Waliif Dabarsuun, Akkasuma Gochoota Miidiyaa Irratti Hojjetamee Hin Bekne, Namoota 7k Kan Live Ilaalaa Jiran Duratti Raawwatanii Jiru. Safuudha! Gochoota Fokkotaa Manguddoon Waggaa 50 Olii Abbaa Manaa Ishii Wajjiin Live Namoota 7k Duratti Halkan Edaa Raawwatte Asii Gadii Daawwachuun
Waliif Qoodaa. 👇 https://capital.mvacancy.com/roza-fi-kedir-dr-aslii-biratti-gocha-fokkisaa-raawwatan-live/

Mobile uploads 20/05/2026
Photos from Bonaa man's post 20/05/2026

OMN
Gurmuun shiftaa godinaalee Harargee Lixaa fi Shawaa Bahaa gidduu dahatee warra jimaa Harargeedhaa fe'ee Adaamaa fi Finfinnee fidu ukkaamse qabu konkolaachiftoota tibbana ukkaamsee fudhate 18 tokkoon tokkoon isaanii birrii kuma 500 kafalchiisuun dhagahame.

Gurmuun shiftaa kun Bordoddee fi Adaamaa gidduu dahatee konkolaachiftoota jimaa halkan fe'anii deeman ukkaamsuu fi saamichi raawwataa jiru ijoo dubbii ta'ee jira.

Gurmuun shiftaa kun lubbuu konkolaachiftootaallee dabarsaa akka jiru himan namoonni OMN dubbise.

Jimaan aduun akka hin gubanneef halka akka geejibamu eeranii, gurmuun shiftaa kun immoo halkan dahoo godhatee akka eegee ukkaamsee konkolaachiftoota fudhatu himan.

Tibbana konkolaachiftoota 18 ukkaamsee erga fudhatee booddee tokkoon tokkoon isaanii karaa maatiitiin birrii kuma 500 akka kafalan godhee akka gadhiise dhageenye.

Sababa gurmuu shiftaa kanaatiin uummanni godinaalee Harargee oomisha jimaa gara Adaamaa fi Finfinneetti karaa ergu dhabee oomishni jimaa manca'aa akka jiru oomishtoonnii fi daldaltoonni jimaa dubbatan.

Qaamni dhimmi ilaallatu dhimma kanaaf xiyyeeffannaa guddaa kennee furmaata akka kennu gaafataniiru.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Abiy Ahmed Ali
Addis Ababa
ABIYAHMEDALI

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00