FiroomsaaOromiyaa
Oromummaa
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ĺăăīffī Ýĕĕ Õřõ Ĺīījj, Ge Xee Ad Biswa, Arif Kan Abduqaadir
15/02/2025
~Garaaf Jettee Dhugaan Dabsiin
~Maqaaf Jettee Walin Cabsiin
~Sobuuf Jettee Hin Afarsiin
~Seenaa Dhoksuuf Haqan Dabsiin
Anatu Jedhe ♥️💚♥️✅
Like Anewar Jemal Journalist ♥️
27/02/2023
01/09/2022
Kattaa Amansiisaa Isa Ta'e Sana Qabadhu Inni Daandii Kee Wal Siifin Qixxeessa Maqaansaas Yesuus Qorichi Addunyaa Isa Kan Qabate Yoomuun Qabu Gufaa❣️💚❣️💚
Follow My Page❣️💚❣️💚❣️
29/08/2022
Ka'uu~~~Ga'uu..
Ka'uumsi Kee Ga'umsa Kee Hin Murteessu
Ka'uumsi Kee:-
~Tarii Mijataaf Seenaa Miidhagaa Kan Qabu Ta'a
~Tarii Jireenya Hin Mijanne Dhooqa Fagoo Ta'uu Danda'a
~~~But Don't Stop Your Journey
~~~One Day You Got Interested Life
~~~A Keeper Is A Winner
~~~Keep And Win Struggle Of Life❣️💚❣️
05/08/2022
Har'i Boru Miti Kanaaf......
Har'a Kee Ilaaltee Abdii Hin Kutatiin SABABIIN Isaa Mucaan Akka Dhalatteen Hin Adeemtu Kanaaf Obsuu Wayya
Jireenyi Bu'aa Ba'ii Heddummatti Akkuma Gaarri Fiixee Isaatti Ol Ba'uuf Sigigaachuuf Kufuu Akkasumallee Wanta Argatanitti Lubbuuf Maramanii Hafuu Jireenyis Akkana Kanaafuu Obsu Killeen SUUTA Wucootti Jijjiiramti Obsi Yaa Obbolee....Koo..
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
NEWYORK