Allah godhaa hundaa isituu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Allah godhaa hundaa isituu, Health/Beauty, Magallaa finfinnee, Addis Ababa.
20/10/2023
immalaa garriiiii sister 🛬🛫🥀🖐️!!!!
19/10/2023
Tan Rabbiin jadhee malee
Tan nama Numa tane !!!
Lammmiiii to ???
14/08/2023
05/08/2023
'll galgala JUM'AA.
Ergama rabbiiﷺ irratti salawaata buusu heddomessaa
Waa dhabdanii fuula namaa dhaabbachuu,
Dhibamtani yeroo hunda waywaachuu,
Rakkattanii rakkinaan jiraachuu,
Abaaramtani addunyaaf aakhiraa salphachuu. rabbiin isinirraa haa qabuu
Obboleyyan
Rizqiin teessan yoo samii jiraattee Rabbiin isinif haa buusuu,
Yoo dachii keessa jiraattee Rabbii isinif haa baasuu,
Yoo fagoo jiraattee Rabbiin siif haa dhiheessuu,
Yoo dhihoo jiraatte RABBIIN isin harka haa galchuu,
Yoo xiqqoo taate RABBIIN isiniif haa heddommeessu,
Yoo hedduu taatee Rabbiin isinif haa barakheessu,
Wal dhabaa fi waa dhaba RABBIIN isiniraa haa qabu,
Addunyaa fi aakhiraa najaa isin haa baasu
Aamiiiiiiiin jedha RABBIIN nuuf qeebala
Du'aa'ii halkan Juma'ati RABBIIN ni danda'aa dha ummata muslimaa hundaaf haa qeebaluu.
❤❤❤أمين اللهم امين🤲🤲🤲🤲🤲
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Addis Ababa