Mertiket Bulcha Page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mertiket Bulcha Page, Health/Beauty, Addis Ababa.
Arsenal moo,ameera eyyee moo,ameera waanca nyaachuuf muuxannoo hedduu barbaada arsenal barumaa kana gara champions league Europe tti ol guddatee barumaa kana waanca nyaata jedhaanii yaaduun dogoggora guddaadha kanaf sadarkaa kana ga,uunsa isaaf waan guddaadha dogoggora barana kana sirreefate bara dhufuu milkaa,uu danda,a! Garuu taphaa kaleessa irratti dogoggora Gabriel fi hojjetanin arsenal moo,amee goolitti jijjiruu dhabuu isaanitiin! kanaf kan argatanirra kan abdatantuu caalaa jedha oromoon
07/10/2023
Nama Barri Miite Soraa Koo!💔ðŸ˜ðŸ˜
Click here to claim your Sponsored Listing.