Kuraa Jiddaa

Kuraa Jiddaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kuraa Jiddaa, Health/Beauty, Adisaba, Addis Ababa.

Photos from Kuraa Jiddaa's post 12/03/2024

Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa ,Bitootessa, 3,2106,Kallattii hojii ka’amee jira.

Namootaa Sagantaa Kallattii kana irratti argamani Hoggansaa Shaggar, Addee Masarat Abaabaa Itti gaafatamtuu Misooma manneen fi Obbo Ahimad Tofiqii Itti gafatama Waajjira pilaani Magaalaa Shaggar sagantaa kana irratti argamani jiru Akkasumas Koree hojii raawwachiiftuu Kutaa Magaalaa, Hoggansaa Kutaa Magaalaa, Koree Qindeesitu Aanaalee fi bulchinsa fi nageenya irratti argamani Kallattiin kenname jira.

Hojiin Paartii fi mootummaa Kallattiin hojii
itti annu kan ta’e hojii nageenya ,hojii Kenna tajaajila lammummaa,Hojii misooma, Kadastara ,qusannaa baankii siinqee, Waajjira Carraa hojii umuu fi Oggumaa,Buusaa Gonofaa,gumii tiransformeeshinii,Galii,inisheetiivii qonnaa,hojii projektii,sagantaa fuulaa durattii jiru, Inshuraansii fayyaa,Tarkaanfii ollantummaa seeraa kabachiisuun dirqama ta’a jechuun Kallattiin ka’ame jira.

Photos from Kuraa Jiddaa's post 09/02/2024

Hojiin Misooma sululaa hojii dhalootaaf hojjatamuudha.

Guraandhala, 1,2016.Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa Aanaa Dirree Sokoorruutti hojiin duula misooma Suluula fi qabeenya uumamaa guyyaa har'a kana hojii eegalee jira.

Hojii misooma Suluula kana cinaatti Uummatni hojii Nageenya hojjeechuun karoora qabamee akka milkeesaanis dhaamaniiru.

Rakkoolee jijjiirama qilleensaan dhufanis dandamachuuf shoorri misooma sululaa baay'ee murteesadha.

Hojiin misooma sululaafi kunuunsa qabeenya uumamaa hojjetamu kun biyya ijaaruun dhaloota egereef abdii ta'uun badhaadhina waloo fiduu fi jijjiirama biyyatti dhugoomsuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Photos from Waajjira Komunikeeshinii Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa's post 08/02/2024
Photos from Kuraa Jiddaa's post 02/02/2024

Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojjetoota mootummaa Marii Haala Yeroo Irratti Mari'ate jira.

Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Amajjii 24,2016.Waltajjii Marii halaa yeroo kana irratti Nageenya hawaasaa tiksuuf gama hundaan hirmaannaa hawaasaa dammaqaa ta'een of dagannaa tokko malee kan hojjetu ta'uu hubachiiseera.

Marii haala yeroo walitti qaban kan mariisisaan Kabajamoo Obboo Baqqalaa Dachaasaa Bulchaa Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa fi waajjira bulchiinsa nageenya Obbo yiddanaquu geetuu fi Itti gafatamaa Waajjira sivilii saarviizii Obbo yusuf hayimaad Alseerummaa kamiifuu Balballi cufaadha.

Shaggar giddugala diinagdee fi balbala biyyaati. Magaalaan shaggar akkuma balbala biyyaa taate sochii jaawwisaa fi shanee qaama kaamiyyuu nageenya hawaasaa booressu irratti araarama tokko malee kan hojjetamaa jiru ta'uu ibsameera

31/01/2024

Shaneen kaansarii Dinagdee Oromoo
Shaneen Ertiriyaatti ree’ee eegdee quuftee carraa jijjiiramni uumeen gara biyyaa wayita galte sana, yoo xiqqaate maqaa Oromoo dhahataniiru waan ta’eef, ummanni Oromoo Adabaabaayii Masaqalaatti bahee simate. Inni sammuun gabroomi nama hunda garbicha se’a waan waan ta’eef, qabsoo karaa nagaa dhiitanii ammas Oromoon hin bilisoomne jedhanii ammas maqaa saba kanaatiin ergama diinummaa isaanii itti fufan.
Ummata bilisoomeera jedheen dirqamaan gabrummaa keessa jirta jedhaniin. Kunoo waggoottan shanan darbaniif akka ummata Oromoo hiraarsanitti jiru. Loon isaa qalanii nyaatanii fixan. Waan itti kennu dhabnaan isaamaa qalan.
Seenaa keessatti waan diinni kamiyyuu irratti hiraawwanne ummata Oromoo irratti raawwatan. Qehee fi qabeenya isaarraa buqusanii qehee Oromtichaa onsan.

Akeeka Oromoo beelaan fixuuti. Diinummaan Shaneen daangaa hin qabu.Shaneen seexaana. Falli jiru afuura seexaanaa kana balleessuu dha.

28/01/2024

Dhimmi qamadii Omishuu dhimma birmadummaa biyyaati!

Photos from Kuraa Jiddaa's post 26/01/2024

Koreen giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa walgahii xumuraa Paartichaa har'a taasiseen sirna hojimaataa bakka wal buusuu paartichaa haala eegeen Obbo Dammaqaa Mokanniniin sagalee guutuudhaan gaggeesseera.

Bakka isaanii miseensa koree hojii raawwachiistuu Paartichaa kan turan Obbo Tamasgeen Xiruunee Itti Aanaa Pirezedaantii Paartichaa taasisuun sagalee caalmaan filateera.!!

Photos from Kuraa Jiddaa's post 20/01/2024

Amajjii 11,2016,Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Ayyaanni Kataraa haala nagaafi duudhaa amantichaa eegeen gara mana imala jira

Baga geessani! Ayyaana gaarii!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Adisaba
Addis Ababa