Murawwa

Murawwa

Share

Yaarabbitolchi

You're improving the quality of life for people with diabetes 01/12/2023

H

You're improving the quality of life for people with diabetes A project report from GlobalGiving Project of the Month Club on GlobalGiving

Save Maternal and Infant Lives in Pakistan 01/12/2023

Haa

Save Maternal and Infant Lives in Pakistan This zakat-eligible project supports maternal and infant health for poor villagers and urban slum dwellers within Pakistan. Pakistan has the highest Infant Mortality Rate in the World and also accounts for 28 percent of the global Maternal Mortality Rate. 80 percent of Pakistan's infant deaths and o...

05/08/2023
14/08/2022

Waa sadii rabbii naan didaa
sadii anaatu dida.
Balaa samii buutu waaqaatu naan dida.
Balaa dachii baatu waaqaatu naan dida.
Balaa qilleensaan dhuftuus waaqaa naan dida.

Itillee korma barroo irra rafuu naatu dida.
Adii caafaya taatu siitu naa kennuu dida.
Maggaallee Caffee lagaa naa laallatuu dida.

Galamsoo tulluun Sadii nama hin beeyneetu jiraa.
Galamsoo caffeen sadiihi nama hin beeyneetu jiraa.
Heerri Bultumitti dhalatee Galamsoo guddate, nama hin beeyneetu jiraa?.
Gardoo geenyaan dubbate, labuu geenyaan lallabate,
Bultumitti dhalatee, Lammii geenyaan injifatee, nama hin beeyneetu jiraa?.

Hanga gaangeen farda jaalattu fardi gaangee hin jaalattu.
Haga gaariin lammii jaalatu, lammiin gaarii hin jaalattu.
walgahii bareentumaa mirriiggaa maa hayyee hin janne.

Areenni bahee jaarsaa, gaaleen baate dullumaa.
Amma gaa kunoo ilma uumaa guyyaan waa ja'aan arrumaa!.
Guntuutni bahe harmaa, harmi jigee dullumaa.
Halkan halkanumaa guyyaan waa ja'aan arrumaa.

Daddarbaa qoma jeeynaa, kumaan gayaa haaja gamnaa.
Yaa bulloo yaa bulloo Heerri Fardaa waa jabaa.
Qannaniiftuu ofii guddiiftuu ilma uumaa,
Kukumii ilmaan aayyaa heerri niitii waa jabaa.
Baaqqilirraa hin kutanii buqqeerraa hin handhuranii,
Ilma samuun urgooytu, ka foolleen dhidhiqa kuttu,
Lafee abaabuu tiyyaa Heerri lammii waa jabaa.

Ilma Sammuun urgooytu ka fooleen dhidhiqa kuttu,
Boonaa baleessa Oromoo dhibaayyuu Bareentumaa.
Dhiira birkiirraa hin kaane,
Lafee abaabuu tiyyaa kunoo 10n Ituutu qaba.

Suutni Haasawaanii, gooyni galaanaan tolaa.
Amma kunoo waaqni afaan haggaay yoo roobe tolaa.
Duuba gaa kunoo Ilmi abbaan hayyuu hagaan waa ja'u tolaa.
Akkanaan jechuu beekaa waanii naan jattuun eegaa.
Hanganumaan of sakhsaakhee wayiin hisaabaa bahee gaa?.
Akka gaangee gaarii
irraa bu'ee yaabbadhu kunoo korii....

.
ITUU POST

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Awwaday
Addis Ababa