Beekumsa dhalootaaf gumaachu

Beekumsa dhalootaaf gumaachu

Share

Odeeffannoowwan haaraa ta'anii fi waan dhaloota fayyadan isiniif qoodna.

22/05/2023

Miidiyaan yoo maaln gabaase namni ilaala beektuu??

10/08/2022

Itti fayyadamaa siniin jenna

10/08/2022

Guyyoonni hunduu nii darbuum!

13/06/2022

Waliin jiraachuu obbolootaa...

18/04/2022

Gaaf tokko ni ta'aa
Inni yaade martuu
Har'a natti ulfaatee
Lafti yoo naan martuu
Darbuun kees hin ooluu
Osoo na qoccoltuu
Na dhiisi si ga'aa
Maali na kan na qortuu?
================
Jetteetoo dabartaa
Gaafa sitti hammaattuu
Kaansaa yeroof dhiiftaa
Yeroon haa dubbattuu
kophaa isaa ga'aa kooti!

11/04/2022

Qaallichi(beekan) gaafa callisu,
Warri waa hn beekne qeeqa baay'isu

08/04/2022

Dhugaatu, dhugaaf dhaabataa
Inni homtuu hin galleef hundumaaf washaakkata

04/04/2022

𝑨𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒖𝒏 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂 195 𝒐𝒇 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒊. 𝑩𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 193 𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒈𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒎𝒂𝒏𝒊𝒊𝒕𝒊. 𝑩𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒍𝒂𝒎𝒂 𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒎𝒊𝒕𝒊.
𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 1: 𝑩𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒌𝒖𝒏 𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖 𝒇𝒊 𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖?
𝑮𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒊 2: 𝑩𝒊𝒚𝒚𝒂 𝒃𝒂𝒂𝒚'𝒆𝒆 𝒔𝒐𝒐𝒓𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒉𝒊𝒚𝒚𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒏 𝒉𝒐𝒐, 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒂𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊?

04/04/2022

Wanti dhamaatii hin qabne, bu'aan isaas xiqqoo ta'u mala.
Waan gatii basuu qabduuf gatii baasi.

31/03/2022

Dhaloonni maal jedhuu?
Nama dhaga'uuf, duraan dursitee of dhaga'uu qabda. Of dhaga'uun ka'umsa milkaa'ina keeti. Seerri tokko garaa keenya keessa jira. Seerri kun seera sirrii fi qajeeladha. Isa uumaatu garaa namaa keessa kaa'a. Namni gaafa isa dhaga'uu dhiisi karaa irraa jal'ata.
Isa immoo nama hubataatu dhaga'uu danda'a. Mee keessa kee dhaggeeffadhu, keessi kee ammayyuu sirriidhaam!!
Bitootessa 22, 2014
Finfinnee, Oromiyaa!

28/03/2022

Jaalatamuuf jettee hin sobin!
Sobduu fira hin qabduu!!!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Finfinnee
Addis Ababa
BAKKANNIISAA