Mange Belihu

Mange Belihu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mange Belihu, Health/Beauty, Adama, Addis Ababa.

21/09/2025

Obbo Abdallaa Muummee I/G Waajjira Milishaa G/Harargee lixaa kan turan guyyaa har'aa I/G Waajjira Nageenya G/Harargee Lixaa ta'uun muudame jira.

Bara Hojii Gaarii!

21/09/2025

Oduu Muudamaa!
**********************
Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira.

1. Obbo Mohammed Abduraman (Maammayaa) I/G Waajjira Milishaa Godina Harargee Lixaa tahuun Muudamaniiru.

Photos from Mange Belihu's post 29/03/2025

Muudamaa.

Obbo Dubaay Jamaal Bulchaa Ganda Midhagaa Kan ture I/G Waajjira Kantibaa BM Baddeessaa tahuun Muudamaniiru.
Iddoo Abbaa fakkaatun Muudamun isaani Waan dansaa fi Ilaalama Sirrin ilaalun jalqabamu isaa namatti agarsisa.
Hojii fi Abbaa Hojjachuu danda'uun walin barbaadun dhugaan waan sirri fi Xiqii namatti Uumuudha.Dubaay Jamaal Dargaggeessa amma reefuu tokko jadhe jalqabe waan ta'eef Magaalaa Keenyaaf bu'aa guddaa buusa jadhen aman.
Muudama Sirri Iddoo Sirrin Jachun Kana Kunoo!!!Hedduu Waan Nama Gammachisuu fi Miseensa Paarti Badhaqdhinaa Keessatti Kaka'uumsa Uumuu danda'uudha Muudamni taasifame.

Bro Kiyyaaf Bara hojii gaarii isaaniif ha tahuu‼️

25/03/2025

Kan ati jechuu qabdu biyyi too maal naa goote jechuu osoo hin taane, an biyya kootif maal godhe jechuu qabda!

25/03/2025

Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu osoo hin taane, barumsi nama keessa darbuudha!

25/03/2025

Beekaa jechuun nama dogoggora ufii fitti beekee, irraa sirraa'eedha!

25/03/2025

Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka hin muran!

25/03/2025

Qormaata Injifachaa Dhufne Injifachaas Itti Fufna!

07/02/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Barento Ahmad, Awol Abm

18/12/2024

"Waliigaltee Biyyoolessaa Milkeessuun Badhaadhina Itoophiyaa Dhugoomsuuf Murteessaadha‼️
PMNO Obbo Shimelis Abdisa ✊️

Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 18/12/2024
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Adama
Addis Ababa